Bakkalcha Barii

Bakkalcha Barii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bakkalcha Barii, Grocers, Addis Ababa.

06/12/2022

Oromia Bleeding.😭😭😭
.

06/12/2022

Kaaba Shaggar waaree loonii
Salaalerraan laal Diroonii
Koochoo baase~samii-n guulee
Faajjii gubbaa~R**ffa tuule

Awwaaresse lafti dhukkee
R**ffa ciibse laal wal bukkee
Baddaa Jaarsoo Marartuukoo
Maaf si dh**gsu agartuukoo?

Dh**ga lammii Rabbin arguu?
Mee maal goote maaf si yaaku?

Gubaa garaa gadaamessaa
Kichuun kufte dirri dh**gaa
Mogor dhaqe toora galee
Dh**gni waajjuu lafa dhiqaa

Wallaggakoo lixa biiftuu
Yaa Amuuruu lafa dhiigaa
Eeboo qari yaa lammiikoo
Si ajj**suuf sitti fiigaa

Atoon deemne Qe'ee ormaa
Gola keetti sitti duuluu
Lakkii didi cita mormaa
Tole-n jedhin yaa Amuuruu!

[ Abraham Solomon✍️

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bakkalcha Barii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category