Abey_Peres

Abey_Peres Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abey_Peres, Grocers, Addise, Addis Ababa.

የ7/24 ተግባር በለውጥ ጎዳና:-
05/01/2026

የ7/24 ተግባር በለውጥ ጎዳና:-

13/08/2025
Pirojektoonni bishaan dhugaatii naannoo Oromiyaa zoonii Booranatti ijaaraman bakka Ministirri Bishaanii fi Inarjii Dookt...
27/03/2025

Pirojektoonni bishaan dhugaatii naannoo Oromiyaa zoonii Booranatti ijaaraman bakka Ministirri Bishaanii fi Inarjii Dooktar Engineerii Habtaamuu Itefaa dabalatee qondaaltonni olaanoo argamanitti eebbifameera.

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii kunis Ganda Romsoo keessatti giddugala Pirojektii Bishaan Lafa Itti Fufiinsa Qabu Gaanfa Afrikaatti kuufama meetira kiyuubii 100 kan qabu yoo ta’u, baasii birrii miiliyoona 106 fi kuma 300 oliin ijaaramee hojii eegalameera.

Pirojektichi kutaalee hawaasaa kuma 4 ol fi beeladoota kuma 27 ol ta’aniif bishaan kan kennu ta’uu ibsameera.

Jiraattuu naannoo sanaa kan ta'anii Elemaa Roobaa fageenya bishaan walitti qabuuf deemtee fi rakkoolee ishee mudatan yaadattee haala kana Ibsaaniruu:-

Ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii kun jireenya isaanii salphisuu qofa osoo hin taane, loon isaanii bishaan obaasuu akka danda’an gochuun gammachuu ishee ibsiteetti. Ministeerri Bishaanii fi Inarjii bishaan dhugaatii isaaniif dhiyeessuuf galateeffatteetti.

Kanaan wal-qabatee oduun jiru pirojektiin bishaan dhugaatii Didaa Yaabeeloo zoonii Booranatti kuufama meetirii kiyuubii 300 kan qabu yoo ta’u, miseensota waldichaa kuma saddeet ol kan fayyadamu yoo ta’u, baasii birrii miiliyoona 133 fi 231 oliin ijaaramaa kan jiru yoo ta’u, yeroo dhiyootti xumuramee itti fayyadamaaf kan qophaa’u ta’uu isaati.
Beekamee jira.

Kanuma waliin pirojektiin bishaan dhugaatii Erder Birrii miiliyoona 83 oliin kan ijaarame yoo ta’u, miseensota waldichaa kuma 2 fi 400 ol fayyadamoo tasiseera. Pirojektichi torban tokko keessattis hojii eegaleera.

Pirojektoonni bishaan dhugaatii hundi humna aduutiin kan hojjetamanidha.
Ministry of Water and Energy - Ethiopia
Habtamu Itefa
Lensa Inkosa

12/12/2024

10/11/2024



Address

Addise
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abey_Peres posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category