Pastor Gudisa

Pastor Gudisa My name is Pastor Gudisa Adugna. I am a servant of Christ in the church. My church name is Maranatha Church of God in Christ. In Ethiopia.

Holota Makaana Yesuu.
24/05/2026

Holota Makaana Yesuu.

W W W M E Holotaa
23/05/2026

W W W M E Holotaa

Waaqayyo Gooftaan dukkana koo  ibseera! Far. 18:28
22/05/2026

Waaqayyo Gooftaan dukkana koo ibseera! Far. 18:28

Waaqayyo Galgala kee hin balleesin! Bara dullumaatti ana hin gatin, yeroo humni koo dhumus ana hin dhiisin! Faarfannaa 7...
19/05/2026

Waaqayyo Galgala kee hin balleesin!

Bara dullumaatti ana hin gatin, yeroo humni koo dhumus ana hin dhiisin! Faarfannaa 71:9

Infaradaa! Waaqayyo gaafa qajeelummaadhaan Faradee biyyi lafaa Waaqni haqaa akka jiru arga! .... Firdiin koo inni qajeel...
15/05/2026

Infaradaa!

Waaqayyo gaafa qajeelummaadhaan Faradee biyyi lafaa Waaqni haqaa akka jiru arga!

.... Firdiin koo inni qajeelaanis sabaaf ifa in ta'a; Isa. 51:4

Dhaggeeffadhaa mee
14/05/2026

Dhaggeeffadhaa mee

143 likes, 10 comments. “ 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 ❤️💚❤️ethiopiantiktok 🇪🇹🇪🇹❤️❤️❤️❤️ 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹ሀገሬ...

....Qacceen Nama Gaarii hin badu!Far. 37:37
14/05/2026

....Qacceen Nama Gaarii hin badu!
Far. 37:37

Isa harkatti dhugaan koo hin badu kan jettan Amen🙏  jedha sher godha!  Inni qajeelummaa kee akka ifaatti, dhugaa kees ak...
13/05/2026

Isa harkatti dhugaan koo hin badu kan jettan Amen🙏 jedha sher godha!

Inni qajeelummaa kee akka ifaatti, dhugaa kees akka aduu saafaatti, bakkeetti in baasa. Faar. 37:6

Irraa deebi'a dhaggeefadhaa mee
13/05/2026

Irraa deebi'a dhaggeefadhaa mee

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Kristoos isa fannifame sana malee waan biraatiin of jajuun na irraa haa fagaatu! Gala. 6:14
12/05/2026

Kristoos isa fannifame sana malee waan biraatiin of jajuun na irraa haa fagaatu! Gala. 6:14

Ani akka nama boojuu guddaa argate tokkotti, dubbii keetti nan gammada.Far. 119:162
12/05/2026

Ani akka nama boojuu guddaa argate tokkotti, dubbii keetti nan gammada.
Far. 119:162

Address

Addis Ababa

Telephone

+251911611764

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pastor Gudisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Pastor Gudisa:

Share

Category