Muslims page

Muslims page Follow our page for more knowledge thanks
i love you guys ❤💚❤❣

✍️ 🍉 Niitii fi watermelon carraadha kan jedhe eenyu!? Garuu eenyuunuu haa ta'u sirriidha.Maal seete gaafa bishaan bittu,...
20/05/2026

✍️ 🍉 Niitii fi watermelon carraadha kan jedhe eenyu!? Garuu eenyuunuu haa ta'u sirriidha.

Maal seete gaafa bishaan bittu, bareedina, ifaa, fi riphee isaa ilaaltee bitatta. Yoo ilaalan baay'ee bareeda, nama gammachiisa, nama gammachiisa. Garuu gaafa gara manaa deemtee xarapheetti fiddu, tarii hin beeloftu. Waan afaan kaawwatteyyuu nyaachuu dhiisuu dandeessa. Yoo diddes hin nyaatin ta'a.

➡️Dubartoonni hedduun kan ala isaanii akka cilee bishaan kanaati... Dhiirti baay'een waan jirtuuf akka rabbiin gaa'ila gaarii siif ta'u du'aa'ii naaf godhaa isiniin jedha. 👍🥰

Arsenal take the trophy in North London People take to the streets🔴😍Kaaba Landan keessatti Arsenal waancca fuudhe  Umman...
20/05/2026

Arsenal take the trophy in North London People take to the streets🔴😍
Kaaba Landan keessatti Arsenal waancca fuudhe Ummanni daandii irratti bahan🔴😍

Mee namni  'aana Rabbii jaallattan Lakkoofsa 1 barreessaa❣️
19/05/2026

Mee namni 'aana Rabbii
jaallattan Lakkoofsa 1 barreessaa❣️

Rakkinni namoota baay'e humna dhabuu Osoo hin ta'in akka humna qaban wallaaluudha👑     fans Muslims page
19/05/2026

Rakkinni namoota baay'e humna dhabuu Osoo hin ta'in akka humna qaban wallaaluudha👑

fans
Muslims page

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️
17/05/2026

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️

📊 C. Ronaldo vs Lionel Messi stats in World Cup😮‍💨🇵🇹 Ronaldo - 🇦🇷 Messi👕 22 Games - 26 Games⚽️ 8 goals –  13 goals🎯 3 as...
11/05/2026

📊 C. Ronaldo vs Lionel Messi stats in World Cup😮‍💨
🇵🇹 Ronaldo - 🇦🇷 Messi
👕 22 Games - 26 Games
⚽️ 8 goals – 13 goals
🎯 3 assists – 8 assists
🏆 0 trophy – 1 trophy



Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀
06/05/2026

Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

Onneen koo hayyaama koo malee waan si filateef calliseenSI JAALADHA❣️Muslims page
30/04/2026

Onneen koo hayyaama koo malee waan si filateef calliseen
SI JAALADHA❣️
Muslims page




Address

Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muslims page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category