23/02/2025
The current situation discussion was held in Midega Tola District.
=========================
.23_2025_The discussion was held in Midhaga Tola district of East Hararghe region involving the community members, religious leaders, youth and women organizations, leading organizations, leading traders, various scholars in the presence of the district administration of Midhagaa Tolaa district The Honorable Mr. and I/G of the Honorable Mr. was held well!.
////___/////////=====/////////////===
Aanaa Miidhagaa Tolaatti Mariin Haala yeroo Gaggeeffame.
========================
Godina Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaatti Mariin Dhimma Haala yeroo Kan Qaamolee Hawaasaa Abbootii Gadaa fi haadha sinqee, Abbootii Amantaa,Jaarmiyaalee dargaggoo fi dubartii,Q/Bulaa Adda duree,Daldalaa Adda duree,Hayyoota adda addaa hirmaachisee Bakka Hoggansi Olaanoon Aanichaa Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Midhagaa Tolaa Kabajamoo Obbo Fi I/G Paartii Kabajamoo Obbo Jiranitti haala gaariin gaggeffame!.