08/02/2026
Feestaaliin gaarii fakkaatee naannoo nu faale.
Jawaar qabsaa'aa quuqamaa of fakkeessee diinaaf daldale.
Jawaar fi Feestaaliin tokko naannawa xureessu. Feestaaliin gabaa keessaa akka bahu sababni murtaa'eef faalama babal'isuun nageenya naannoo irratti balaa waan agaameefi. Jawaaris feestaalii kanaan adda miti. Siyaasa biyya kanaa kan faale Jawaari. Feestaaliin gabaa keessaa Jawaar siyaasa Itoophiyaa keessaa bahuu qaba.