Yoom Dhugaan

Yoom Dhugaan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yoom Dhugaan, Grocers, Shewa, Adama.

"Feestaaliin naannoo xureessa, Jawaar immoo siyaasa keenya balleessa; akkuma naannoo keenya faalama pilaastikaa irraa qu...
08/02/2026

"Feestaaliin naannoo xureessa, Jawaar immoo siyaasa keenya balleessa; akkuma naannoo keenya faalama pilaastikaa irraa qulqulleessinu, nageenya waaraa biyya keenyaaf jecha siyaasa keenyas namoota summaa'aa akka Jawaar irraa qulqulleessuun dirqama dhaloota kanaan raawwatamuu qabudha."

ጽንፈኛውና የሻቢያ ተላላኪ የሆነው ወሮበላ ቡድን ከአማራ ሕዝብ ጫንቃ ላይ የሚወገድበት ጊዜ ደርሷል። ይህ ቡድን ገና ከጅምሩ ዓላማው የሕዝብን ሥቃይ ማብዛትና የጌቶቹን አጀንዳ ማስፈጸም የነበ...
26/01/2026

ጽንፈኛውና የሻቢያ ተላላኪ የሆነው ወሮበላ ቡድን ከአማራ ሕዝብ ጫንቃ ላይ የሚወገድበት ጊዜ ደርሷል። ይህ ቡድን ገና ከጅምሩ ዓላማው የሕዝብን ሥቃይ ማብዛትና የጌቶቹን አጀንዳ ማስፈጸም የነበረ የሽብር ስብስብ ነው።

አሁን ላይ ከመንግሥት የጸጥታ ኃይሎች የሚደርስበትን ብርቱ ጥቃት እና ከሕዝቡ የሚሰነዘርበትን ተቃውሞ መቋቋም አቅቶት እየፈራረሰ ይገኛል። አብዛኛው አባሉ እጅ እየሰጠ ሲሆን፣ ቀሪዎቹ ደግሞ የዘረፉትን የሕዝብ ሀብት ይዘው ወደ ላኪዎቻቸው እየሸሹ መሆናቸው እየተሰማ ነው። የኢትዮጵያ ጠላቶች በየአቅጣጫው እየከሰሙ ነው!

*Fardeen Shaabiyaa*Jawaar haga yoomitti dhiiga Oromootiin daldalaa ? Garaa ofii guuttachuuf dhiiga nama qulqulluu dhanga...
23/10/2025

*Fardeen Shaabiyaa*
Jawaar haga yoomitti dhiiga Oromootiin daldalaa ? Garaa ofii guuttachuuf dhiiga nama qulqulluu dhangalaasuun , dhiigan daldaluun yoom dhaabbata ? Jawaar fi baandoonni kana yeroo amma kana Shaabiyaan waan jedhe hundaa ( haadha isaanii illee ) wareeguf duubatti hin jedhan .

Daandii Jawaar irra deemu hundii kan dhiigan guutamee . Kaleessa warra inni natti aanu, fira kooti jedhetu saba nagaa ajjeesanii jennan qaani tokko malee miidiya hawaasan bahee rakkoo qaama biraa gochuu barbaada . Kun diinuma fi baandummaa dha . Qoosa Jawaar uummata Oromoo irratti qoosa jiru tuffii inni saba keenyaaf qabu agarsiisa .

29/06/2025

Ashaaraa Magariisa Badhaadhina Biyyaatiif!
Abiy Ahmed Ali

16/06/2025
BAANKII  SIINQEE =====================Baankiileen Itoophiyaa keessa jiran baayyeen isaanii baankii abbaa qabeenyaa qofa ...
26/05/2025

BAANKII SIINQEE
=====================
Baankiileen Itoophiyaa keessa jiran baayyeen isaanii baankii abbaa qabeenyaa qofa tajaajjilanii dha. Baankiileen hiyyeessa qusannaaf, abbaa qabeenyaa immoo liiqii akka fudhatuuf barbaadan qofti biyya guutan keessatti baankii hiyyeessiis ittii qusatee fi liiqiis irraa argatuu Baankii Siinqee dha .
Warri farrisanii bulan garuu dhaabbataa jajjaboo Oromoo hundaatti farrisuun waan kuffisan itti fakkaate ganamaaf galgalaa farrisuu . Farrisee bulaan jaallatees jibbees Baankii siinqees ta'ee dhaabbani keenyaa gurguddaan hundii saba keenya tajaajilu , biyya keenya gara badhaadhinatti tarkaanfachiisu ittumaa fufu .
SIINQEE - BAANKII UMMAATA BALDHAA‼️

Address

Shewa
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yoom Dhugaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category