Hamiltan jemal

Hamiltan jemal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hamiltan jemal, Grocers, Ciroo, Adama.

15/09/2025

Dr Muhammad Al - Arifiin akkana jedhu

Dubartiin takka guyyaa tokko natti bilbiltee "Yaa sheik! Ana sihiriin natti dalagamee jira. Namichi sihirii natti dalage immoo kakateetiin si hin fuudhu naan jedhe" jettee natti himatte.

Anis qorichi ni jiraati garuu obsuu dandeessaa? Jedheen. "Eeyyan nan obsa" naan jette.

"Maqaa Rabbiitti kakadhaa yoo qoricha seeraan fudhatte ni heerumta" jedheen. "Maal inni qorichi?" Jettee na gaafatte. Guyyaa hundaa irra deddeebi'aa

"Hasbiyallah Wani’imal Wakiil! " jedhi jedheen.

Wollaahi dubartiin tun ji'a tokko booda deebitee naaf bilbilte. "Yaa sheik! Gammachuu isinitti haa himuu na dhagahaa. Kaadhimaa bultii kootii argadheen jira.

Ciidhin kootis dhihoo kana godhama." Jechuun natti himte. "Akkamitti? " jedhee gaafadheen.

Zikrii "Hasbiyallaahu Wani’imal Wakiil!" Jettu irra deddeebi'ee jechuudhaaf hifadhee hin beeku naan jette. Subhaanallah!

Ergaan kun nama cinqaa keessa jiru hundaaf, nama dhiphateef, nama dhukkubsateef, nama miidhameef, nama haqa dhabee dararameef, nama deeyniin isa cinqiteef, akkasumas nama ilma argachuu dhabeef, nama gaddi isa xuqxe hundaaf kan taatuu dha.

Mee jedhaa👉Hasbiyallaahu Wani’imal Wakiil!"

Maxxansaa kankoo kana Rabbi qoftiin narraa jaalannaan anaaf gahaadha!

Barreeffama kana erga dubbistanii xumurtan boodaan waliif Share godhaa.

T.me/Barruuf 🎯 Juwar Mohamed

15/06/2025

Goosh

10/06/2025

Gaafa jirru wal dararra
Gaafa duune wal mararra!
👊😁

10/06/2025

"Siree hiyyeessa jalli qilleensaa". Jatte akkoon 😩

Address

Ciroo
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamiltan jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category