Liigii Dubartootaa cobii

Liigii Dubartootaa cobii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Liigii Dubartootaa cobii, Grocers, Chobi, Adama.

Waxabajjii,23/2016            Cobii Dabballee diinaa funaanuun akkuma itti fufetti Jira.::::::::::::::::::::::::::::::::...
30/06/2024

Waxabajjii,23/2016
Cobii
Dabballee diinaa funaanuun akkuma itti fufetti Jira.
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Cobii Ganda Maksaa Lakkuutti Hoogganaa dabballoota diinaa ta'uudhaan kanaan dura uummata keenya saamaa fi samsisaa kan ture Darajjee Dabalaa Galaashee kan jedhamu:-
1. Meeshaa AKM -1
2. Rasaaa 30
3. kaartaa 1
4. Meeshaa waraanaa Mentofii=1
5. Rasaasa Bireenii=10waliin humna Milishaa furgaatuu keenyaan booji'amuun to'annoo seeraa jala ooluun danda'ameera.
✓Kaayyoon badhaadhinaa ni milkaa'a , kaayyoon diinaa immoo ni fashalaa'a, hawaasni keenyas bilisa ni ba'a!!!!

Waxabajjii 17, 2017Balballi nagaaf baname hin cufamne.===========================Godina Shawaa Lixaa Aanaa Cobiitti guyy...
24/06/2024

Waxabajjii 17, 2017
Balballi nagaaf baname hin cufamne.
===========================
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Cobiitti guyyaa har'aa miseensi ABO shanee Darajjee Guddisaa Waaqjiraa (jaal Sabaafan) jedhamu
Meeshaa AKM 1, rasaasa 41 fi kaartaa 2 waliin karaa nagaa harka kennatee jira.

Waxabajjii 12/2016%%%%%%%%%%%%Kaayyoo diinaa ni fashaleessina Nageenya waloo ni mirkaneessina.%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%Godina...
19/06/2024

Waxabajjii 12/2016
%%%%%%%%%%%%
Kaayyoo diinaa ni fashaleessina Nageenya waloo ni mirkaneessina.
%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%
Godina shawaa lixaa Aanaa Cobii Ganda Maksaa Lakkuutti guyyaa har'aa dabballeen diinaa
1,Immanaa Abarraa Birruu
2, Dabalaa Gammachuu Birruu kan jedhaman
waammicha Mootummaa fudhachuun karaa nagaa harka kennatanii jiru.

Karaan nagaa filannoo sirriidha.

26/05/2024
Hojii Jaartii Salphoo kana koottaa ilaala.===========================Caamsaa 18,2016 Godina Shawaa lixaa Aanaa Cobiitti ...
26/05/2024

Hojii Jaartii Salphoo kana koottaa ilaala.
===========================
Caamsaa 18,2016 Godina Shawaa lixaa Aanaa Cobiitti Eeruu hawaasaa fi sakatta'insa Eegumsa humnoota waloo Poolisii fi milishaa Keenyaan guyyaa har'aa Lojistikiin Diinaaf magaalaa Finfinnee dhaabbata warshaa Kophee Anbassaa jedhamu irraa gara Aanaa Cobii ganda Qoricha Cobii keessa dabarsuun gara ganda bakkee Oofuutti osoo darbaa jiruu to'atamee jira.

Meeshaan lojistikii to'atame kunis:-
1,Kophee kaskisii Anbassaa baayinni isaa shantamii sagal (59) ta'u
2,Uffata halkanii Sadi (3) waliigalli tilmaama qarshii 120,000 tti tilmaamamu harroota sadiin fe'amee osoo deemaa jiruu loojistikii Aadde Tolashii Ayyaanoo Keesii jedhamtu waliin to'annoo seeraa jala Oolee jira.

Address

Chobi
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liigii Dubartootaa cobii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category