Gexee wamii

Gexee wamii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gexee wamii, Grocers, Adama.

 .  _21_2016  Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Leenjii Daandeetti Hojii Raawwachisummaa  Cimsuu Hooggansa ...
29/06/2024

.
_21_2016
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Leenjii Daandeetti Hojii Raawwachisummaa Cimsuu Hooggansa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Bakka Hooggansa Magaalaa, Kutaa Magaalaa fi Aanaa argamaniitti Gaggeeffamee jira

08/06/2024

👉Hooggansi jabaan sh*ttoo caalaa namatti Urgaawa!Damma caalaa namatti mi'awa.
Hoggansi hattuun akka balfaa ajaawa!

13/11/2023

Dhaloonni Ida'amuu adda addummaa kan kabajuu fi tokkummaa kan jabeessu!!

Dhaloonni Ida'amuu dhaloota jibba jaalalaan, muuffii dhiifamaan, waldhabdee mariin bakka buusudha. Dhaloonni kun adda addummaa kan kabajuu fi kan tokkommaa cimsu; finxaalessummaa kan balaaleffatuudha.

Ibsituun isaas sabaa fi gandummaadhan osoo wal hin qoodin onnee gootummaatin tokkummaa biyyoolessaa kan jabeessudha.

Waan kana ta'eef, dhaloota ofittummaa irraa bilisa, gara laafessa, itti gaafatamummaa isaa bahatu, haqummaa fi garalaafummaa qabuu fi kanneen biroo mararfatu ijaaruf itti gaafatamummaa keenya bahachuu qabna.

Kanaaf, walitti hidhamiinsa dhaloota Ida'amuutin wal kabajuu, wal tumsuu, kaayyoo walootif dhaabbachuun biyya keenya Itoophiyaa gara badhaadhina hunda galeessatti ceesisuu qabna.

https://www.facebook.com/61553120443487/posts/122107508960104014/?app=fbl

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gexee wamii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category