Ramadan abdii

Ramadan abdii ☪️ muslim is peace

07/04/2026
14/01/2026
25/12/2025

Misooma Damee Turizimii Milkaa'ina Badhaadhina Hunda-galeessaaf!
=============

Mootummaan jijjiiramaa cabiinsa diinagdee biyya kanaa furuuf tarkaanfii fudhate keessaa rifoormiin diinagdee taasifame isa tokko.Rifoormii diinagdee kanaa keessaa inni guddaan damee diinagdee qeenxee ture damee hedduu akka ta'u gochuun diinagdee dam-daneeessa ijaaruu ture. Rifoormii taasifame kanaanis dameewwan shanan xiyyeeffannoon kennameef keessa tokko damee turizimiiti. Paartiin badhaadhinaa sagantaa diinagdee isaa keessatti xiyyeeffannoo turizimiif kenneen damee turizimii misoomsuu, hammayyeessuu fi babal'isuun toorota turizimii gurguddoo Addunyaa jiran keessatti dorgomaa akka ta’uuf xiyyeeffannaa ol’aanaadhaan hojjechaa jira.

Address

Dire Dawa
Adama

Telephone

+251912553690

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ramadan abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ramadan abdii:

Share

Category