Belisa.koo

Belisa.koo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Belisa.koo, Grocers, oromia, Adama.

17/07/2025
You never know how strong you are, until being strong is your only choice." – Bob Marley.EeeeeAkkuma ni bari'a jennee ta...
07/07/2025

You never know how strong you are, until being strong is your only choice." – Bob Marley.

Eeeee
Akkuma ni bari'a jennee tasgabbiin hirriba rafnu kana, jiruun teennas nuu fooyyofti jennee ufitti himnee,waan dandeennu dalaguu irratti haa xiyyeeffannu malee,teennee harka namaa eeggachuu irraa uf haa qusannu.

ila
Ati ni bashannanta,inni kuun ni dalaga,ati ni boqatta,inni kuun ni barata,ati cidha namaa irra deemaa oolta,inni kuun imimmaan sirraa haquuf raatahaa bula,ati korrisaa bulta,inni kuun aadaa bakka hujii isaa bula,sana booda immoo,kan lolu, kan nama toohatu,kan komatu,kan hujii namaa irratti yaada kennu sihii uf argi,kan akka itti jiraachuu qaban namaa filu,kan hanqina namaa yaadaan sirreessu,kan diizaayinii mana namni ijaarratee yaadaan namaa sirreessu,kan kallattii hujii yaadaan namaa kaahu,kan ilmaan namaa beekkumsa tokko malee gorsuuf fiigu sihi,qoosaa bara haaraa kan beeke sima qofaa uf argadhu.

ila
Dhadhaa muuziin walitti laaqame nyaataa ooltaa beeki,buddeena quuncee mukaatiin walirratti daakame dhikkiila jirtaa laali,barbaree gal'ii diimtuun walitti daakamte liqimsaa jirtaa argi, aannan bishaaniin walitti dhoobame dhudha'aa jirtaa hubadhu,haasawa kijibaan dabaalame ufiifis liqimsaa namas liqimsiisuuf yaalaa jirtaa xiinxalli, ufi sobaa,nama akka keetiis gowwoomsaa jirtaa uf dhaqqabi,seenaa jabina haadhaafi abbaa keetii himaa jiraachuuf filannoo godhattee uf argi,ani laafaadha jettee uf eeraa jirtaa uf sirreessi.

Jaaloo
Waa hundaa yaadaan beektee,wanti ati beekuu dadhabde,namni si dhaggeeffatu hundi,yeroo si arge akka sitti seeqataa jiru arguu dhabuu keetii beeki,seequu tuffiiti,wanti sirraa hafe yoo jiraate uf argachuu dhabuu keeti xiinxalli.

Obbolaa
Akka ufiitti malee akka ollaati hin bulanii beeki,ija imimmaan harcaasaa bultu qabattee,hiyyummaa moggifattee buluu mannaa,ufatta ke mulqattee hujii keetitti lixuu sii wayyaa,qoosaa dhiisii akka gabra haaraa qacarameetti dalagadhuu nama tahuu yaali

Yoooo
Gorsa diddu,qorsa garaachaa liqimsuu hin didduu it

13/06/2025

AS WR WB
Baga arra geessan
jachumaafi

Baga Eida 1446ffaa nagahan geessan obboleyyan muslima hundi keessanu
07/06/2025

Baga Eida 1446ffaa nagahan geessan
obboleyyan muslima hundi keessanu

Address

Oromia
Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Belisa.koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category