Ali Birraa

Ali Birraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ali Birraa, Grocers, Oromia, `Alem Maya.

"Yaa Rabbi waan keeyrii naaf ta'e hunda onnee tiyya keessatti naaf dhiheessi♥
18/02/2024

"Yaa Rabbi waan keeyrii naaf ta'e hunda onnee tiyya keessatti naaf dhiheessi♥

Yaa rabbi miira aayata kanaa 🖤🤲
18/02/2024

Yaa rabbi miira aayata kanaa 🖤🤲

Wal dhabdeen jaraa kun maximum irra gahe fakkaata..
18/02/2024

Wal dhabdeen jaraa kun maximum irra gahe fakkaata..

Wanti bareedaan ati osoo gara ciisichaa hin deemin dura gootu waa’ee nama jaalattuu yaaduudha 🖤
17/02/2024

Wanti bareedaan ati osoo gara ciisichaa hin deemin dura gootu waa’ee nama jaalattuu yaaduudha 🖤

Ramadaanni dhihaatera✨🥺♥️-Yeroo bareedaa kana argachuuf eeguu hin danda’u✨🌙
17/02/2024

Ramadaanni dhihaatera✨🥺♥️
-Yeroo bareedaa kana argachuuf eeguu hin danda’u✨🌙

17/02/2024

Ofii kee namoota biroo waliin hin madaalin, Allaahaan adda si godhee si uume. ♡

Alhamdullilah. 🩵🌻

17/02/2024

Yaa Allah dilii tiyya hunda naaf dhiisi osoon gara kee hin deebi'in 🤲

Jaalalli dhiira sooressa fi dubartii bareedduu miti❤Jaalalli dhiira amanamaa fi dubartii amanamtuudha. 🤍
17/02/2024

Jaalalli dhiira sooressa fi dubartii bareedduu miti❤
Jaalalli dhiira amanamaa fi dubartii amanamtuudha. 🤍

Ramadaanni dhufaa jira 🤍✨💯- Allaahaan ni jedhe:Kottu gara koo ani tokkoon tokkoon koo fi wantoota hunda nan sirreessaYer...
17/02/2024

Ramadaanni dhufaa jira 🤍✨💯

- Allaahaan ni jedhe:
Kottu gara koo ani tokkoon tokkoon koo fi wantoota hunda nan sirreessa
Yeroo meeqa ta’uyyuu sanuma irra deddeebita
"Ani dhiifama siif godha"♡

Hamma ati dammaqaa jirtutti..Jiraachuun kee nama kamirraayyuu adda jettee yaaddaa?
17/02/2024

Hamma ati dammaqaa jirtutti..

Jiraachuun kee nama kamirraayyuu adda jettee yaaddaa?

baatiriin 1% yoo ta’eyyuu ـSallawaata busaa ergamaa keenya Muhammad irratti S A W 🕊🤍
17/02/2024

baatiriin 1% yoo ta’eyyuu ـ

Sallawaata busaa ergamaa keenya Muhammad irratti S A W 🕊🤍

Address

Oromia
`Alem Maya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ali Birraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ali Birraa:

Share

Category