R Tekalegn Tesema

R Tekalegn Tesema Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from R Tekalegn Tesema, Sebata, `Alem Gena.

06/06/2026
06/06/2026
06/06/2026

Kunoo! Warri si hadheessan hundinuu in yeella'u, in salphatus; warri si irratti ka'anis in dhumu malee, waa'ee hin baasan.Isaayyaas 41:11
Dilbata Guyyaa guutuu w/Rehobot Baakkootti Hiirmaadha

06/06/2026


Bagaa gammadaan deeggartoonni Arsenal F.C. hundi geessan! ⚪🔴
20/05/2026

Bagaa gammadaan deeggartoonni Arsenal F.C. hundi geessan! ⚪🔴

10/05/2026

📖 Cubbuun Maalidha×××××××××××××××××××✔️Cubbuu jechuun:- Waaqayyo irratti ka'uu jechuu dha. Waan Waaqayyo abboome gochuu ...
06/05/2026

📖 Cubbuun Maalidha
×××××××××××××××××××
✔️Cubbuu jechuun:- Waaqayyo irratti ka'uu jechuu dha. Waan Waaqayyo abboome gochuu dhiisuu fi waan Waaqayyo dhowwe gochuudhaan abboommii Waaqayyoo irra daddarbuu dha.
✔️Cubbuun gara biyya lafaa kan gale Addamii fi Hewwaniini dha.
Isa 43: 27
✔️"Dura abbaa keetu cubbuu hojjete" jedha.
Rom. 5:12
✔️"Egaa cubbuun karaa nama tokkoo biyya lafaatti akkuma dhufe, duunis karaa cubbuu akka gale, akkasumas namoonni hundinuu waan yakkaniif duuni sanyii namaa hundumaa wal ga'e" jedhe. Cubbuun akkataa itti dhufeefi miidhaa inni geesise ifa godhee dubbata. Addaamii fi Heewaan cubbuu akka hojjetaniif yookiin abbommii Waaqayyo akka hin raawwanneef kan dogoggorse diyabiloosiin ture.
1 Yoh. 3: 8
✔️"Seexanni jalqabaa jalqabee cubbuu waan hojjeteef namni cubbuu hojjetu kan seexxanaa ti" jedha. Itti dabalees
Yoh. 8: 44
✔️" Isin kan abbaa isa tokko, kan seexanaati, kajeella hamaa isa kan abbaa keessaniis gochuu in feetu. Jalqabumaa jalqabee inni sun nama ajjeesaa ture, dhugaa keessa hin dhabbanne, yemmuu sobu isa garaa isaa keessa jiru in dubbata. Cubbuun hojii dukkanaa ti, cubbuu akka hojjennuuf cubbuun naanno keenyatti in marsa, ka' umsi cubbuu garaa keenya keessatti dha.
✔️"wanti hamaan hundinuu yaada garaa keessaa ba'ao, isaanis nama ajjeechaa, ejjummaa, halalummaa, hanna, sobaan dhugaa ba'uu, nama salphisuu, Isaan kanatu xuraa'aa nama godha malee, harka dhiqachuudhaan utuu of hin qulleessin nyaachuun xuraa'aa nama hin godhu jedheen, jedhee dubbata.
✍🏾Iji cubbuu kun du'a akka fidu Yaaqob yeroo dubbatu,
Yaq. 1:15
✔️"Kajeellaan hamaan erga iddoo ga'ee cubbuu in dhala, cubbuunis erga raawwatamee du'a in dhala.
✍🏾Daawwit hiddi cubbuu akka badu
Faar 37:28
✔️"Waaqayyo waan dhugaa ta'e in jaallata, warra isaaf of kennanis
hin gatu. Isaan bara baraan in eegamu, ijoolleen jal'ootaa immoo lafa irraa in balleeffamu" Jedha.
✍🏾Cubbuun ka'umsa rakkinaa fi dhiphinaa ta'uu danda'a.
lyo 15:20
✔️"Namni jal'aan guutummaa bara isaatii rakkinaan dadhabee in jiraat

06/05/2026

Address

Sebata
`Alem Gena

Telephone

+251915902804

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when R Tekalegn Tesema posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to R Tekalegn Tesema:

Share