Ustaz Abu muaz

Ustaz Abu muaz I love you Muhammad sallallahu aleeyhi wossallam ❣️ 💖 ♥️

06/13/2026

Haati tee ammallee yoo lubbuun jiraatte, dabalee umrii dheertuu haa kennuuf!

Safuu Mulqatte Beekkamti Argachu ni dandeetta!Kabajni namaa garuu salphaatti hin deebi'u."Kabajni Amala kee irraa dhalat...
06/13/2026

Safuu Mulqatte Beekkamti Argachu ni dandeetta!
Kabajni namaa garuu salphaatti hin deebi'u."
Kabajni Amala kee irraa dhalata,Dura uf kabaji ,San booda Namni Si kabajaa.
Abdallah ibnu mubaarak Akkana jedha : "Beekumsa guddaa Adabni bira hin jirre irra.Safuu Fi Kabaja xiqqaatu nu barbaachisa.
Kabaja Ufii eeggatuun Mallattoo Sammuu gaariiti.
Kabajni Abbaa karra, Karra Abbaatu eeggata!
Kabajni abbaa uffata, Uffata kabajaa Abbaatu ufirratti tiksa.
Teesso kabajaa Abbaatu uf~jalatti eega!
Imaamu maalik Akkana jedha: Beekkumsa baratuu dura Adaba baradhu!

Kabaja barbaadda?

1 Rabbi Sodaadhu
2 Dubbi Gaari Dubbadhu
3 gudda ulfeessi Xiqqaa mararfadhu.
4 Nama hin tuffatin
5 ufi hin tuulin

Kabajii Kabajami....

Kabaja kee hin sharafin .
Maqaan badurra Mataan du'u wayya .

"Addunyaan odoo Qur'aana kanaan kan  bultu taatee, rakkina hameenyaa fi badii irraa walaba baatee nagaa fi tasgabbii kee...
06/13/2026

"Addunyaan odoo Qur'aana kanaan kan bultu taatee, rakkina hameenyaa fi badii irraa walaba baatee nagaa fi tasgabbii keessatti jiraatti turte."

  👑 taphataa Oromoo jalqabaa Geeba Addunyaa irratti🏆Ammammoo yeroo tokko ilma keenya Ali Ahmed taphataa Oromoo jalqabaa ...
06/12/2026

👑
taphataa Oromoo jalqabaa Geeba Addunyaa irratti🏆

Ammammoo yeroo tokko ilma keenya Ali Ahmed taphataa Oromoo jalqabaa tapha geeba addunyaa (World Cup) hirmaachuu deemuuf carraa gaarii hawwinaaf 😍

Kun dhuunfaa isaa qofaaf osoon taane,maatii isaaf,dargaggoota baay’ee fi biyyaafis boonsaa guddaadha. Dargaggoo keenya hojii cimaa, kutannoo fi obsaan sadarkaa addunyaatti gahuun akka dandahamu kun agrasiiftuu guddaadha.

Tapha addunyaa kana irratti akka milkaa’u, fayyaa gaarii fi injifannoo guddaa akka argatu hawwina. Maqaa Oromoo fi biyya taphataa jiruufis kabajaan akka ol kaasus ni amanna.

Wishing the best of luck to our son as he prepares to represent on the world stage for the first time.

His journey is an inspiration to many young people, proving that hard work, determination, and belief in oneself can turn dreams into reality. We are proud of his achievement and wish him great success in the competition.

Go make us proud! Our people are cheering for you. 🏀🌍

"Maatii isaatiin kan guutame"... Muslimoonni 60,000 ol ta'an Masjiida Al-Aqsaa isa Kabajamaa, "Qiblaa jalqabaa Muslimoot...
06/12/2026

"Maatii isaatiin kan guutame"... Muslimoonni 60,000 ol ta'an Masjiida Al-Aqsaa isa Kabajamaa, "Qiblaa jalqabaa Muslimootaa" keessatti salaata Jumu'aa raawwataniiru.🕌❤️

Guyyaa Arraa Kana Yaadaa fi Muraada Kee Rabbiin Siif Haa Guutu 🤲Balaa Zamanaa Jalaa Rabbi Najaa Si Haa BaasuFayyaa Si Dh...
06/12/2026

Guyyaa Arraa Kana Yaadaa fi Muraada Kee
Rabbiin Siif Haa Guutu 🤲
Balaa Zamanaa Jalaa Rabbi Najaa Si Haa Baasu
Fayyaa Si Dhoorkee Rabbiin Sin Mokkorin
Arkata Malee Dhaba Rabbi Sirraa Haa Qabu

Du'aa'ii tana Akkuma Aamiin jatteen obboleeyyan keetiif Share godhi Rabbi Ammumatti nuuf haa qeebalu Aamiin🤲 Aamiin Aamiin Aamiin Aamiin Aamiin 🤲

Urjiin Biyya Gibxii Muhammad Abuu Triikaa akkana jedhe:"Kun waancaa Addunyaa isa baay'ee fashalaa fi gadhee ta'eedha! Ra...
06/11/2026

Urjiin Biyya Gibxii Muhammad Abuu Triikaa akkana jedhe:
"Kun waancaa Addunyaa isa baay'ee fashalaa fi gadhee ta'eedha! Rakkoon ammumaan jalqabeera! Warri maqaa fii seenaa isaanii isa xuraa'e dhiquu barbaadan waancaa Addunyaa keessummeessu!
Biyyi duguuggaa sanyii saba Gaazaa irratti raawwatamaa jiru keessatti hirmaachaa jirtu, har'a maqaa ishee qulqulleessuuf waancaa Addunyaa keessummeessiti!
Biyyi maqaa ishee fooyyeeffachuuf jecha pireezidantii biyya biraa butte, akkasuma
Biyyi Biyya biraa irratti waraana diiggaa bante, har'a keessummeessituu Geeba Addunyaa ta'aniiru!"

Jiruu fokkottuu jiraachuu fii du'a fokkottuu du'uus Rabbiin najaa nuhaa baasu.
06/09/2026

Jiruu fokkottuu jiraachuu fii du'a fokkottuu du'uus Rabbiin najaa nuhaa baasu.

Son of Sheikh Dr. Bandar Baleelah, 'Abdul Aziz Baleelah has received his Doctorate Degree from Taif University today.She...
06/08/2026

Son of Sheikh Dr. Bandar Baleelah, 'Abdul Aziz Baleelah has received his Doctorate Degree from Taif University today.

Sheikh 'Abdullah Al Juhany, Sheikh Yasser Al Dousary and Sheikh Saleh Al Magahmsi presented him a gift.

Address

American Canyon, CA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ustaz Abu muaz posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category