11/06/2026
!
Imala Qonnaa,Tirannaarraa Gara Utaalchootti!
_______
Tarsiimoo qonnaa yaadama sirrii irraa maddeen qonni keenya tirannaa barootaa kessaa bahee imala utaalchoon dabaalameen ariitii isaa fooyyessaa,mul'ata badhaadhinaatis milkeessaa jira.Bu'uuruma Kanaan Harargee Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Miidhagaa Tolaa Ganda Quufaatti bishingaan sanyii filatamaa Malkaam kilaastaraan Misoomaa jiru hoggansa Naannoo,Godinaa fi Aanaatiin daawwatameera.
👇
Harargee Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Miidhagaa Tolaa Ganda Quufaatti bishingaan sanyii filatamaa Malkaam kilaastaraan Misoomaati jira!