Abdi oromo

Abdi oromo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdi oromo, Grocers, Yemetu.

13/10/2025

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

03/09/2025
22/07/2025

fbadcode-Q_GkBQMmcnQOaHmgEaFMBG_Tq69lhfAY-MMPYLYMP6JT0gAqS7OUmB6CeggSSliTq663

SALAWAATA BUUSUUﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ*|[ Seenaa Dhimma Rasuularratti ﷺ Salawaataa buusuu heddumeysuun Wal qabattu ]|*.☘. Muhammad I...
08/07/2025

SALAWAATA BUUSUU
ﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ
*|[ Seenaa Dhimma Rasuularratti ﷺ Salawaataa buusuu heddumeysuun Wal qabattu ]|*.

☘. Muhammad Ibn Husein Al-Shiiraaziin Rahimahullah akkana jedha " Gaafa Haafiztichi Ahmad ibn mansuur du'e, Namni [Gaariin] tokko gara abbaa khiyyaa dhufeeti akkana jedheen " Al-haafiz Ahmad Ibn Mansuuriin hirriiba keessatti isaa Jaami'aa Shiiraaz Mihraaba keessa dhaabbatu kan Faayni bareedaan tokko isarra jiruu fii kan ammaas Taajni Faaya adda addaatiin bareeffamee khatabame Mataa isaatirra jiruun arge. Achumaaniin"

Rabbiin akkam si godheen

" jedheen. Innis "

Badii tiyya naaf araarameeti Na khabaje

" naan jedhe. Aniis " Maaliin kana siif godheen" jedheen. Innis "

Rasuularratti ﷺ Salawaata heddumeeysuu khiyyaani "

naan jedhe.

📕سيرُ أعلام النبلاء 3/143

《اللَّهُمَّ صَلِّ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما صَلَّيْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ، إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، اللَّهُمَّ بَارِكْ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما بَارَكْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ.》

20/06/2025

Address

Yemetu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category