Nuuruu Muhammad qaasim

Nuuruu Muhammad qaasim Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nuuruu Muhammad qaasim, Grocers, Oromiyaa, London.

26/11/2024
Imimmaan harmee keeenya kan dhangalaasaa jiru abbaa irree maqaa oromootin aangorra jiru kanaatuu faannoo leenjifatee umm...
26/11/2024

Imimmaan harmee keeenya kan dhangalaasaa jiru abbaa irree maqaa oromootin aangorra jiru kanaatuu faannoo leenjifatee ummata keenya fixaa jira. Kana ofirraa dhaabudhaaf ummanni keenya jaarmaya isaa jalatti hiriiruu qaba

Qaawwa guddaa argatteNu wal gaarreffannaaniiTisiisni kan nu nyaattuNu tokkummaa dhabnaani…Gaarri gaara gubbaaKan kaaniif...
23/11/2024

Qaawwa guddaa argatte
Nu wal gaarreffannaanii
Tisiisni kan nu nyaattu
Nu tokkummaa dhabnaani…

Gaarri gaara gubbaa
Kan kaaniif dur sagalee
Mixiitu arba nyaate
Dhagahi yoo siif gale.

Address

Oromiyaa
London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuuruu Muhammad qaasim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category