LAFA BARII

LAFA BARII Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from LAFA BARII, LONDON, London.

09/05/2024

SEENAAF SEENAA KAA'UU
Maqaalee Xayyaarota Itoophiyaa Beekkamoo?🥲
♦️➖➖➖➖➖➖➖
Xayyaarota Itoophyaa gurguddoodhaaaf addatti maqaaleen moggaasaa ittiin beekkaman akka armaan gadiitti moggaafamanii hanga hardhaa tajaajila irra jiraachuu icciitii saaxileera.
Injiinarichi gaaffiif deebii Mo'aa TV waliin taasise keessatti Manichi olaantummaa saba kamii jala akka jiru maqaaleen asii gadii kun agarsiiftuudha jedheera.
Ani Maqa Abdiisaa Aagaatiin biiroo kiyya moggaasuun akka saree roobaatti akka na ilaalan godhee ture jedha Injiinarichi....

Maqaaleen buufatni Xayyaara Itoophiyaa hanga hardhaatti fayyadamaa jiru Afaan Oromootiin barreessuuf waan hin mijanneef akka armaan gadiitti Afaan mijatuun barreessineerra.
---
1)ET-AYM....ኢትዮጵያ
2)ET-AUC....አቢሲኒያ
3)ET-AOR....አዲስ አበባ
4)ET-ASK...ራስ ዳሽን
5)ET-AOO....ጣና ሀይቅ
6)ET-ASG...ላሊበላ
7)ET-AOP...ንግስት ሳባ
8) ET-ATQ....የሰሜን ተራራ
9) ET-AUA...የሰሜን ቀበሮ
10)ET-AOT...ዋልያ አይቤክስ
11)ET-AZI...አደይ አበባ
12)ET-ATK...መለሾ
13)ET-AZN...አድዋ
14)ET-ANN...ብሉ ናይል
---------
Maqaaleen olitti tarreeffaman ganda tokkoofi saba tokko qofa kan bakka bu'an yoo tahu sabaafi sablammiileen biyyattii dhaabbaticha keessatti beekkamtii kan hin qabne, tahuu ifatti kan agarsiisu yoo tahu Maqaa Hoogganaan damee isaa moggaase(Inj.Taliilaan ) Damee Abdiisaa Aagaatiin moggaasuu isaatiif ammayyuu gatii isa kafalchiisuu nuuf eere.

Sabaaf Sablammiillee biyyattii Kabaja dhabuun dhaabbatichi olaantummaa saba tokkoo harka jiraachuu agarsiiftuu akka taheefi saboota akka Oromoo tattaafachaa jiran Inj.Talilaan fa'a dhaabbaticha keessatti hojjachuufuu rakkachaa jiraachuu kan itti mirkaneeffanneedha.

Rakkoo dhaabbatichi qabu yeroo garagaraatti deeddeebinee ummata hubachiisuuf maaliif godhaa turre keessatti dhaabbata biyya keenyatti maaliif duultu jedhee as garagalee nurratti duulaa turan.

Kanas tahee sana dhaabbileen federaalaa baayeen ija garaajalaatiin hordofamanii sirraayuu qabuun dhaamsa kooti.
Sabootaafi sablammoota biyyattiif kabajatu mala!

17/03/2024

LAFA BARII DUKKANATU HAMMAATA GARUU HIN BARI'IN HIN HAFU

03/01/2024

Kamisa galgala sa'atii 12:00-1:00 tti akka sa'a Ethiopia tti

19/12/2023

Dhaabadhuu galateeffadhumee kan si nyaatutu dhibe miti kan si'oolchutu jiraaf male

23/11/2023
Namicha kana mataatu dhukkubaayi
22/11/2023

Namicha kana mataatu dhukkubaayi

22/11/2023

Magaalaa mattuutti leenjii addaatu kennamaa jira finfinneedhaa namoota baay'eetu dhaqe garuu gadi hin ba'an gibbii dhuma keessatti nyaachisi godhamaaf

Milkiin Dammaqaa sun akkam ta'ee
22/11/2023

Milkiin Dammaqaa sun akkam ta'ee

19/11/2023

BARA FIXUS JIGA HIN OOLU

Address

LONDON
London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when LAFA BARII posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share