Mada Walabu fact

Mada Walabu fact Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mada Walabu fact, Grocers, Bale Robe, Robe.

ፋኖ የሚባል ቀማኛ ወንበዴ በቃን!ዛሬ በአማራ ክልልበደሴ ከተማ "ጦርነት ይብቃ፣ ሰላም ይስፈን" በሚል መሪ መልዕክት ሕዝባዊ ሰላማዊ ሰልፍ እየተካሄደ ነው። በደሴ ከተማ ከሁሉም ክፍለ ከተሞች...
18/12/2024

ፋኖ የሚባል ቀማኛ ወንበዴ በቃን!
ዛሬ በአማራ ክልል
በደሴ ከተማ "ጦርነት ይብቃ፣ ሰላም ይስፈን" በሚል መሪ መልዕክት ሕዝባዊ ሰላማዊ ሰልፍ እየተካሄደ ነው።

በደሴ ከተማ ከሁሉም ክፍለ ከተሞች እና የገጠር ቀበሌዎች የተውጣጡ የማኅበረሰብ ክፍሎች ሕዝባዊ ሰላማዊ ሰልፍ እያካሄዱ ነው።

የተለያዩ መልእክቶችን የያዙት ሰላማዊ ሰልፈኞች "ጦርነት ይብቃ ሰላም ይስፈን" በማለት ወደ ሆጤ ስታዲዬም እየተጓዙ ነው።

በሰላማዊ ሰልፉ የሃይማኖት አባቶች፣ የሀገር ሽማግሌዎች፣ የንግዱ ማኅበረሰብ፣ የመንግሥት ሰራተኞች እና የከተማው ሕዝብ እየተሳተፈ ነው።

27/11/2024

Ilaalaa

29/09/2024

!!!
Itoophiyaan haleellaa shoorarkeessummaa Somaaliyaatti dhaqqabe balaaleffatte

Fulbaana 19, 2017

Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa gochaa shoorarkeessummaa sukkanneessaa Somaaliyaa magaalaa Moqaadishuutti dhaqqabe balaaleffatte.

ኢትዮጵያ በሶማሊያ የደረሰውን የሽብር ጥቃት አወገዘች

#የኢትዮጵያ መንግሥት በሶማሊያ ሞቃዲሾ የደረሰውን የሽብር ጥቃት አወገዘ፡፡

የኢትዮጵያ መንግሥት ባወጣው የሐዘን መግለጫ በተፈጸመው የሽብር ጥቃት ሕይወታቸውን ላጡ ቤተሰቦች መጽናናትን ተመኝቷል፡፡

የተፈጸመውን ጥቃት በማውገዘ ሽብርተኝነትን በመታገል ረገድ ከሶማሊያ መንግሥትና ሕዝብ ጎን መሆኑንም የኢትዮጵያ መንግሥት አረጋግጧል፡፡

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaafi hoggantoonni Mootummaa Naannoofi Federaalaa Magaalaa...
29/09/2024

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaafi hoggantoonni Mootummaa Naannoofi Federaalaa Magaalaa Naqamtee dhaqan.

Fulbaana 19,2017 -Jilli Pirezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu wayita buufata xiyyaaraa Naqamtee gahan hooggansi godinichaa, magaalaa Naqamtee,jaarsoliin biyyaa fi hawaasni simannaa taasisaniiruuf.
Jilli kun sosochii misoomaafi qulqullina bunaa abbaan taayitaa bunaaf shaayee Itiyoophiyaa ministeera qonnaa fi biiroo qonnaa Oromiyaa waliin ta'uun qopheesserratti hirmaachuuf magaalaa Naqamtee galan

Hirkattummaarraa gara oomishtummaatti!**********Caarraawwan misoomaa jiratti sirnaan fayyadamuudhaan baay’ina, ariitii f...
28/09/2024

Hirkattummaarraa gara oomishtummaatti!
**********
Caarraawwan misoomaa jiratti sirnaan fayyadamuudhaan baay’ina, ariitii fi qulqullinaaf oomishuuf sochiin eegalame milkaahinoota hunda galeessa ta’een dabaalamee fuula duratti tarkaanfataa jira.

Godina Baalee, Aanaa Agaarfaattu qamadiin kilaastaraan misoomaa jiru sadarkaa gaarii irratti argama.

28/09/2024
Magaalaa Roobeetti kabaja Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun qaama miidhamtoota 41'f deeggarsi Wiilsherii taasifame Kallac...
28/09/2024

Magaalaa Roobeetti kabaja Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun qaama miidhamtoota 41'f deeggarsi Wiilsherii taasifame

Kallacha Oromiyaa: Fulbaana 17,2017 Deeggarsi kun walta'iinsa dhaabbata gargaarsaa 'Agape Mobility Ethiopia'fi Waajjira Dhimma Hojjataafi Hawaasummaa magaalichaatiin kan qophaa'e yoota'u; guyyaa har'aa bakka hooggansi mootummaafi qaamoleen hawaasa garagaraa argamanitti qaama miidhamtootaaf dabarfamee kennameera.

Nama gargaaruuf nama ta'uun qofti gahaadha kan jedhan Ittigaafatamaan Waajjira Dhimma Hojjataafi Hawaasummaa Bulchiinsa Magaalaa Roobee Obbo Jeeylaan Qaasim kaayyoon deeggarsa kanaa gama tokkoon ayyaanicha qaama miidhamtoota waliin kabajuuf gama biraatiin rakkoo isaan muudachaa tureef furmaata waaraa kennuuf deeggarsa qophaa'e ta'uusaa dubbatan.

Deeggarsi Wiilsherii guyyaa har'aa taasifame kunis qarshii miiliyeena lamaa olitti akka tilmaamu Obbo Jeeylaan ibsaniiru.

Kantiibaan Magaalaa Roobee Obbo Nigaatuu Mootummaa saganticharratti argamuun ergaa dabarsaniin; qaamaan miidhamuun sammuun miidhamuu akka hintaane ta'uu ibsuun; gaddaaf gammachuu keessattillee namoota jireenya gadaanaa jiraataniifi qaamaan miidhamtoota of biratti yaadachuun hojii eebbifamaa namaaf rabbi birattillee galata qabu hojjachuutu nurraa eeggama jedhan.

Akka bulchiinsa magaalichaatti yeroo kamiiyyuu qaamolee hawaasaa jireenya gadaanaa jiraataniifi qaamaan miidhamtoota deeggaruuf qophii ta'uu himaniiru.

Dhaabbileen deeggartoota misoomaafi Abbootiin qabeenyaa garagaraas waan qabaniin hawaasasaanii deeggaruu akka qaban dhaamaniiru.

Namoonni guyyaa har'aa deeggarsi kun isaanii taasifames qaamolee deeggarsa kana isaaniif taasise galatoomfachuun; deeggarsi akkanaa kun cimee akkaittifufu gaafataniiru.

Kominikeeshinii Magaalaa Roobeerraa

Great
27/09/2024

Great

''አያንቱ'' : የድምፃዊ አንዷለም ጎሳ አዲስ አልበም    | በውስጡ 16 ዘፈኖችን ያካተተ ሲሆን፣ 16 ቱ የሙዚቃ ስራዎች የሀገራችንን የተለያዩ የሙዚቃ ስልቶችን ተጠቅመው የቀረቡ ናቸው። ...
18/09/2024

''አያንቱ'' : የድምፃዊ አንዷለም ጎሳ አዲስ አልበም

| በውስጡ 16 ዘፈኖችን ያካተተ ሲሆን፣ 16 ቱ የሙዚቃ ስራዎች የሀገራችንን የተለያዩ የሙዚቃ ስልቶችን ተጠቅመው የቀረቡ ናቸው። ይህ አልበም በሁለት ዋና የሙዚቃ ዘርፎች የሚመደብ ሲሆን፣

እነዚህም ፣ ባህላዊ ዘፈኖች እና የፈጠራ (experimental) ዘፈኖች ሲሆኑ በአልበሙ ከተለያዩ የኦሮሚያ ክልሎች የተውጣጡ 6 የባህል ሙዚቃ ዘፈኖችን እንዲሁም ፣ 10 ተከታታይ የፈጠራ (experimental ) ዘፈኖችን ይዟል።

ይህ አያንቱ የተሰኘው አልበም የሙዚቃ ደረጃውን ለማሟላት እና በአለም አቀፍ የሙዚቃ ኢንደስትሪ ውስጥ ተወዳዳሪ ለመሆን ብዙ ሙዚቀኞችን እና ባለሙያዎችን አሳትፏል።

ከእነዚህም መካከል ኤፍሬም ብርቅነህ ፣ ሚኪ ጃኖ፣ እዮብ ባልቻ፣ አንተነ (አቡዝ) እና እንድይ ቤተ ዜማ በሙዚቃ ቅንብር ተሳትፈዋል።

እንዲሁም ማስተር፣ የተደረገው በታዋቂው የሙዚቃ ባለሙያ አባጋዝ ሾይታ ሲሆን ፤ ለ Live Instrument መሳሪያ ባለሙያዎች ፣ ሉአም ማሃሪ፣ ሮቤል ማሃሪ፣ ዛሪሁን እና ቻፒ ተሳትፈዋል።

በግጥም እና ዜማ ዘርፍ ላሊሳ ኢንድሪስ፣ አቦማ ማርጋ ፣ አርቲስት አቢራሂም መሀመድ፣ ሞቲ አባ ዳሌ እና ፋጤ አኒያ፣ ናሆም መኩሪያ፣ ኢፊረም ብርቅነህ፣ ዘርዓ ብሩክ እና ኢሳያስ ተሳትፈዋል።

አርቲስት አንዱአለም ጎሳ በሙዚቃ ኢንደስትሪ ውስጥ ከ8 አመታት በላይ የቆየ ሲሆን አልበም ለመስራት ማቀዱ ከ6 አመታት በላይ የፈጀበት ቢሆንም ፣ ሙሉ በሙሉ አያንቱ የተሰኘውን በውስጡ 16 music track የያዘውን አልበም ለመስራት 3 አመት ፈጅቶበታል። ይህንንም ስራ ለማጠናቀቅ በ አጠቃላይ 7 ሚሊየን የኢትዮጵያ ብር ገደማ ፈጅቷል።

አልበሙ በየካቲት 12፣ 2017 ወይም ሴፕቴምበር 22፣ 2014 በሁሉም የሙዚቃ platforms ላይ ይለቀቃል።

ከአልበሙ ውስጥ በምስል ለመታየት የተዘጋጁ ስራዎች ፣ አልበሙ ከተመረቀ በኋላ ከህዝብ ይደርሳሉ።

የአያንቱ አልበም ምርቃት ፤ February 12 ቀን 2017 ፣ ቅዳሜ ከቀኑ 10 ሰዐት በስካይ ላይት ሆቴል አርቲስቶች እና የጥበብ ወዳጆች በተገኙበት ይካሄዳል።

የሙዚቃ አልበሙ ምረቃ ላይ አርቲስት አንዱአለም ጎሳ 2 አዳዲስ ስራዎች በመድረክ ላይ የሚያቀርብ ሲሆን፣ ታዋቂ እና አንጋፋ አርቲስቶች ለአልበሙ ምርቃት መድረኩን በደማቅ ሁኔታ ስራቸውን ያቀርባሉ።

Address

Bale Robe
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mada Walabu fact posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category