Walii Galuun Humna

  • Home
  • Walii Galuun Humna

Walii Galuun Humna Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Walii Galuun Humna, Grocers, Oromiyaa, .

20/05/2025
Waliigaltee nageenya Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO waamicha nagaa fudhatan gidduutti taasifame hordofee...
04/12/2024

Waliigaltee nageenya Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO waamicha nagaa fudhatan gidduutti taasifame hordofee guyyaa har’aa miseensonni WBO kallattii hundaan galuu itti fufanii jiru.
Ummanni nageenya dheebootee nagaaf watwaataa turees, WBO kallatti hundarraa gara giddu-galeessaatti dhufaa jiruuf simannaa taasisaa jira.
Nageenya waaraa mirkaneessuuf waliigalteen nageenya buusuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi WBO waamicha nageenyaa fudhatan gidduutti mallattaa'e qabatamaan hojiirra oolaa jira. Oromiyaan dirree misoomaa fi nageenyaa malee dirree jeequmsaa hin taatu.

Address

Oromiyaa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walii Galuun Humna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Grocery Store?

Share