Abdule Boneya jimma

Abdule Boneya  jimma Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdule Boneya jimma, Grocers, jimma, Jimma.

🇮🇳🇨🇳 Yeroo doorsiisi Ameerikaa itti hammaatetti Chaayinaa kan daawwatan Ministirri muummee Indiyaa kanaan booda hariiroo...
01/09/2025

🇮🇳🇨🇳 Yeroo doorsiisi Ameerikaa itti hammaatetti Chaayinaa kan daawwatan Ministirri muummee Indiyaa kanaan booda hariiroon Chaayinaa waliin qaban kan michummaa malee kan masaanummaa akka hin taane ibsan.

Biyyoonni lameen maalirratti waldhabanii turan?

👇👇

Shi Jinping Chaayinaa fi Naarendraa Moodi Indiyaa walga'ii Raashiyaa Vilaadmir Putiinis irratti hirmaataa jiru irratti qodaatti wal arganii mari'achuun michuummaa cimfachuuf dhaadatan.

01/09/2025

Godiina Geediyootti sigiga lafaa mudateen namoonni 26 du'uu bulchaan godiinichaa BBCtti himan.
Guutuusaaf 👉🏿👉🏿 https://bbc.in/3JEZEyp

01/09/2025

Naayijeeriyaatti dubartiin "Nabiyyuu Mohaammad arrabiste" jedhamte abiddaan gubamtee ajjeefamte

https://bbc.in/4p2yQrS

Who love this man?
16/08/2025

Who love this man?

Address

Jimma
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdule Boneya jimma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category