Arbaa guguu

Arbaa guguu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Arbaa guguu, Grocers, Arboyyee, Jeju.

23/04/2026
23/04/2026

𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐉𝐚𝐣𝐮𝐮
𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐀𝐫𝐛𝐨𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞
Kaadhimamtoota Paartii Badhaadhinaa Bakka Bu'uun Filannoo Marsaa 7ffaa tiif dhiyaatan.
𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐁𝐮'𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐔𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚 (𝐏𝐚𝐚𝐫𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟)
1.Aadde Zamzam Tashoomaa Kaasaahun Paarlaamaadhaaf
𝐂𝐚𝐟𝐟𝐞𝐞 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟
1. Kab.Obboo Saadaat Naashaa Arabaa :- Caffeedhaaf
2. Obbo Redwaan Jamaal Gammadaa:- Caffeedhaaf
3. Aadde Zamzam Jeeyilaan Husseen:- Caffeedhaaf ta'uun Filannoo marsaa 7ffaa Caamsaa 2018 gaggeeffamuuf Paartii Badhaadhinaa bakka bu'uun Naannoo Filannoo Arbooyyee irratti kaadhimamaniiru.

Badhadhinaa Filachuun misoomaa ,nageenyaa,tokkummaa eegalamee itti fufsiisuudha.
Filannoon keessaan Badhaadhina yaa ta'uu.

23/04/2026

Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Jajuu Obbo Redwaan Jamaal Gammadaa Nama Jabaa Jajuu qabdu fi Nama amaana ummataa bakkan gahuf hojii boonsa Ummataf hojjacha jiranidha.

Filannoo marsaa 7ffaa kanan kadhimamaa Bakka bu'aa Mana Maree Caffee Oromiyaa ta'uun naannoo filannoo Arbooyyee irratti dhiyaatani jiru. kun immoo carraa guddaa Ummata keenyati waan ta'eef imallii keessan kan milkii haa ta'u.

08/09/2025

Address

Arboyyee
Jeju

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arbaa guguu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category