10/05/2026
๐ !โค๐
Qillensis umamaa
yeroon qillensa'aa
Galannis umamaa
Garuma jalatet hursee dhangala'aa
Warrii hin mul'annee
Warren mul'atanii
Ta'iifi jechaa isaan
Kaneen umamaanii
Hiree hiree isanin
Bobbaa'anii galuu
Wanumaa argataan soratani buluu
Umaamnii hojiif jechaan
Afuraan gutamtee
Bifaaf fakkenyaa isaan
Gonkaa kan umaamtee
Hundumaraa caluun
Yaduun danda'uken
Sillasee fakkatee
Jirenyaa lammafaa
Abdii du'aa bodaa
Kan qabduu fulaa ifaa
Abdii isaa jirataa enyuu hin argane
Kan si'iif kenamee dute akkan badnee
Hallif yeroon qilensii hammatee
Kan sin rasnee dhiphunis bay'atee
Dhigaan kan bitamtee benyaa cimaan
Akkaa ati hin dunee kan sif du'ee goftan
Bilisumaa ketiif kan dhifamee waranamee
Iyesus kiristoos kan sif du'ee awalamee
Umamaa hundaraa si'iif gatin akkaana kan kafalamee
Enyuu atii of bektaa mee dhugumaa
Amantaan jiranan kan qabdu hundumaa
!!๐โค๐
Waldaa Fayyisaa Addunyaa Damee Hoo-lataa
kana immoo gochuudha hin dagatinaa