Elemo Ali

Call

Elemo Ali Bakka Demtuutti Soda Rabbi Qabadhu Elemo Show

Dawadha Link Kana Tuqa 👇👇
15/09/2026

Dawadha Link Kana Tuqa 👇👇

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Gumaachaa Fi Kitaabota Abbaa Urjii 📖Kitaabni seenaa dhugaan lafarra ture karaa bareedaan barraawee dhaloota barsiisuu da...
11/09/2026

Gumaachaa Fi Kitaabota Abbaa Urjii 📖

Kitaabni seenaa dhugaan lafarra ture karaa bareedaan barraawee dhaloota barsiisuu dandayu kitaaba Abbaa Urjii ti. Kabajamaa fii jaalatamaa Abbaa keenya hayyuu,gameeysa seenaa hedduu kan nu barsiise Abbaan Urjii, kitaabota akkaataa nuuf galuun, akka beeynutti nuuf barreeyse. Jiruu fii jireenya hawaasaa bifa asoosamaatiin seeneysaa seenaa fii qabsoo Oromoon kheeysa as dabarte nu bashannansiisaa nu barsiise

Kitaabonni isaa seenaa, eenyummaa, duudhaa, qabsoo, Afaan Oromoo fii waa hunda nama barsiisan waan taheef, bitadhaa dubbisaa. Akka jaalattan shakkiin qabu. Abbaan Urjii (Abdurashiid Mahammad) gumaacha isaanii kanaaf Hawaasni Oromoo biyya Kaanadaa magaalaa Torontoo beekkamtii kennuufii kheeysaniif Galatoomaa! Abbaa Urjii Baga Guyyaa Kana Rabbiin Si Garsiise.

Baga Gammadde! 👏 by Duniya Ahmed Page

ያዙ ምርቃት፣ የአውደ ዓመት ስጦታ! አልሰማንም እንዳትሉ!!===============ባንካችን መጪውን የ2019 አዲስ ዓመት በማስመልከት የ2.2 ሚሊዮን ብር የአበባየሆሽ / የሽኖዬ የቲክቶክ ቻ...
11/09/2026

ያዙ ምርቃት፣ የአውደ ዓመት ስጦታ!
አልሰማንም እንዳትሉ!!
===============
ባንካችን መጪውን የ2019 አዲስ ዓመት በማስመልከት የ2.2 ሚሊዮን ብር የአበባየሆሽ / የሽኖዬ የቲክቶክ ቻሌንጅ ሽልማት ማዘጋጀቱን ሲገልጽ በታላቅ ደስታ ነው!
================
አበባየሆሽ ወይም ሽኖዬ ያላችሁ
እስኪ እንያችሁ!
እደጅ አድሮ ኮከብ ብቻ መቁጠር ቀረ፣ የፈጠራ ጥበባችሁን አሳይታችሁ እስከ ብር 1,000,000.00 ተሸለሙ ይላችኋል አንጋፋው አዋሽ ባንክ!
ውድ ተወዳዳሪዎች ከዚህ በታች በተዘረዘሩት ርዕሰ ጉዳዮች ላይ የሚያጠነጥን በአማርኛ ወይም በአፋን ኦሮሞ ግጥም በማዘጋጀት በአበባየሆሽ ወይም ሽኖዬ ዜማ ክሽን አድርጋችሁ የቲክቶክ ቪዲዮ በመስራት ከጷጉሜ 03 አስከ መስከረም 05 2019 ዓ.ም ቲክቶክ ገጻችሁ ላይ በመለጠፍ ተወዳደሩ፣አሸንፉ፣ ተሸለሙ!
1. የአዋሽ ባንክን አጠቃላይ ገጽታን በተመለከተ
2. የአዋሽብር ፕሮ የዲጂታል አገልግሎት እና
3. የአዋሽ ሬሚት የዲጂታል አገልግሎት።
ተወዳዳሪዎች የመወዳደሪያ ዜማ የግጥም ይዘት ከተዘረዘሩት አንዱን በመምረጥ መወዳደር ይችላሉ።

የተዘጋጀላችሁም ሽልማት፡-

1ኛ ብር 1,000,000.00
2ኛ ብር 700,000.00
3ኛ ብር 500,000.00

ተወዳዳሪዎች የሰሩትን የቪዲዮ ማስፈንጠሪያ(Link) በዚህ የቴሌግራም ማስፈንጠሪያ https://t.me/+ma2_m3DGlTsxZDc0 መላክ ይጠበቅባቸዋል።
ተወዳዳሪዎች ለውድድር ብቁ መሆን የሚችሉት ቢያንስ 500 ሺህ ቪው እና 10 ሺህ ላይክ ማግኘት አለባቸው።
ለበለጠ መረጃ እና የመወዳደሪያውን ደንብና ሁኔታዎች ለማግኘት ማስፈንጠሪያውን https://t.me/awash_bank_official/7666
ይጫኑ!
ተወዳዳሪዎች የአዋሽ ባንክን የTikTok አካውንት መጥቀስ (Mention) https://www.tiktok.com/ ማድረግ አለባቸው።
አዋሽ ባንክ!
Baankiin Awaash Dorgommii Shinooyyeef Badhaasa Qarshii Miliyoona 2.2 Qopheesse!
Baankiin Awaash Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun dorgommii Shinooyyee Tiktooka irratti Qaammee 3 bara 2018 hanga Fulbaana 5 bara 2019 gaggeeffamu qopheessee jira. Haaluma Kanaan qabiyyeewwan doorgommii armaan gaditti ibsaman keessaa tokko filachuun viidiyoo hawwataa hojjettanii fuula Tiktooka keessanii irratti Tiiktookii baankii awaash ibsitanii (Mention) https://www.tiktok.com/ gochuu dhaan maxxansitu.
Dorgomaa, Injifadhaa, Badhaafamaa!
Sadarkaa Badhaasaa:
1ffaa: Qarshii Miliyoona 1
2ffaa: Qarshii Kuma dhibba 7
3ffaa: Qarshii Kuma dhibba 5
Qabiyyee Dorgommichi Irratti Xiyyeeffatu:
Ilaalcha waliigalaa baankichaa dabaluu irratti kan giddu-galeeffate
Tajaajila dijitaala baankichaa, AwashBirr Pro kan beeksisu
Tajaajila daddabarsa maallaqa biyya alaa, Awaash Remiit kan beeksisu ta’uu qaba.
Dorgomtoonni viidiyoo

✅️Sallu_Alaa_Rasululla⤵️        I love Muhammadﷺ🕋🕋🫶❣️      ❤️😥🫶 ゚viralシfypシ゚viral  ゚viralシfypシ゚viralシ    ゚ryoupageviralシ...
11/09/2026

✅️Sallu_Alaa_Rasululla⤵️


I love Muhammadﷺ🕋🕋🫶❣️
❤️😥🫶

゚viralシfypシ゚viral ゚viralシfypシ゚viralシ ゚ryoupageviralシ゚urtoipviralシpourtoi🔥🔥🔥🔥🔥💥💥🔥🔥🔥🔥

02/09/2026

Dhabaaf Dhibdee Rabbi
Isiinira Ha Qabuu

25/08/2026

With Fayine Oromo O – I just got recognized as one of their top fans!

NAAMUSA MANA FINCAANII••••••••••••••••••••••••••••••Rasuulli Keenya Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Wantoota Jireenya keess...
23/08/2026

NAAMUSA MANA FINCAANII
••••••••••••••••••••••••••••••

Rasuulli Keenya Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Wantoota Jireenya keessatti nama fayyadu hunda nu barsiisanii dabran, San keessaa naamusa mana fincaaniillee osoo hin hambisin Nu barsiisan.

1: Osoo mana fincaanii hin seenne dura waan maqaan Rabbii Irra jiru hunda yoo kiishaa keessaa qabaatte alatti dhiisi.

2: Yeroo Seenuuf deemtu Du’aa’ii seensa mana fincaanii tan Rasuulli Nu barsiise qara’i “ Allaahumma Innii A’uuzubika Minal Khubsi Wal Khabaa’is”.

3: Yeroo Seentu Miila bitaatiin seeni.

4: Yeroo Haajaa Baatu gara qiblaa gara hin galin akkasumaas Qibaltti Duuyda hin Galin Ammallee qilleensatti gara hin galin.

5: Mana Fincaanii keessa taa’anii haasawuun gaarii miti, hanga achi keessa jirtu Callisii haajaa tee fixadhu.

6: Yoo Kan Dirree Irratti haajaa baatu taate, Qaama Kee sirritti sattaradhu, oowraa tee Namni akka sin arkine.

7: Yeroo Haajaa baate hunda sirritti if Qulqulleessii Xaharaa tee eeggadhu.

8: Yeroo Istanjaa godhutti Harka bitaatiin godhadhu.

9: Yeroo Haajaa tee xumurattee baatu Du’aa’ii hin dagatin “Ghufraanaka” Ja’i.

10: Yeroo Baate Harka Kee Sirritti Qulqulleeffadhu.
11: Yeroo Baatu miila mirgaatiin Dura Ba’i.
12: Karaa fii Gaaddisa Namni taa’u jalatti haajaa hin ba’in.
13: Bakka Namni Qaama itti dhiqatu keessatti haajaa hin Ba’in.

14: Haroo bishaanii tan teessu tan hin yaane keessattiis haajaa hin ba’in.

15: Yeroo Haajaa Baatu dhaabbataan osoo hin Taanee taa’ii Haajaa Tee ba’i.

Rabbiin Warra naamusa kana hunda isaa guuttatu Nu Haa Taasisu.

Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.

By: Ibsaa Dhugaa

http://youtube.com/

Urgaawaa akka sh*ttooQulqulluu akka cabbiiHeddu si jaalannaYaa Rassuula RabbiiﷺSallallahu Aleyhii wassallam ☪️✍️Ayuu bes...
19/08/2026

Urgaawaa akka sh*ttoo
Qulqulluu akka cabbii
Heddu si jaalanna
Yaa Rassuula Rabbiiﷺ

Sallallahu Aleyhii wassallam ☪️

✍️Ayuu best ☪️💘🤌

Address

Oromia
Hirna
ELEMO

Telephone

+251975720391

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Elemo Ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share