Badhaadhina Boorana Bahaa

Badhaadhina Boorana Bahaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Badhaadhina Boorana Bahaa, Grocers, East Borana Zone, Hawassa.

31/03/2026
31/03/2026
13/03/2026

የኢትዮጵያ የብልፅግና ጉዞ ሁሉንም ዜጎች በእኩልነት ያሳተፈና ፍትሃዊ ተጠቃሚነትን ያረጋገጠ መሆኑ፣ ሀገራችንን በዓለም መድረክ የአዲስ ተስፋ ተምሳሌት አድርጓታል።

ከፖለቲካ ተፎካካሪዎች ጋር የምናደርገው የሃሳብ ትግልና ፓርቲያችን ለዴሞክራሲያዊ ስርዓት ግንባታ ያለው የማይናወጥ ታማኝነት፣ የብልፅግናን የሃሳብ ልዕልና በተግባር አረጋግጧል። ይህ ጉዞ የጥቂቶች ሳይሆን የሁላችንም የጋራ ትሩፋት ነው፤ ኢትዮጵያ በጀመረችው የከፍታ ጉዞ ፀንታ ትቀጥላለች!

ኢትዮጵያን ወደ ተምሳሌት ሀገር

Adeemsi Badhaadhina Itoophiyaa Lammiilee hunda Wal-qixxummaan kan hirmaachiseefi fayyadamummaa haqaa kan mirkaneesse ta’uun isaa, Biyya keenya Addunyaa irratti fakkeenya abdii haaraa taasisee jira.

Mormii Yaadaa morkattoota siyaasaa waliin taasifnuufi amanamummaan Paartiin keenya ijaarsa sirna deemokiraasiitiif qabu kan hin raafamne ta’uun isaa, Olaantummaa Yaada Badhaadhinaa gochaan mirkaneesseera.

Adeemsi kun bu’aa muraasaa qofa osoo hin taane, bu’aa waloo keenyaati; Itoophiyaan adeemsa ol-ka’iinsa eegalte kanaan jabaattee itti fufti!

Itoophiyaa gara Biyya fakkeenyummaatti!

17/02/2026
   ‼️ Ijji Addunyaa Gutuun Gara Itiyoophiyaa Mildhataa Jirti👌🇪🇹🤝🇮🇳Ministirri Muummee Hindii Narendra Moodii   hardha gal...
17/12/2025

‼️
Ijji Addunyaa Gutuun Gara Itiyoophiyaa Mildhataa Jirti👌
🇪🇹🤝🇮🇳

Ministirri Muummee Hindii Narendra Moodii hardha galgala Finfinnee seenani jiruu.

Muummee ministiraa Itiyoophiyaa Dr Abiy Ahmed Ali waliin hariiroo biyyoota lamaanii, kalaqa, misooma humna namaa, leenjii ogummaa teeknikaa, turizimii fi qonnaa, akkasumaas gama tumsa biroo irratti marii bal'inaa ni taasisu jedhamee eegama.
Bara oli ka'iinsati ITIYOOPHIYAATI🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

14/12/2025

Address

East Borana Zone
Hawassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaadhina Boorana Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category