Suudii Yusuf

Suudii Yusuf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Suudii Yusuf, Grocers, Harari, Harar.

02/03/2026
02/03/2026
02/03/2026
02/03/2026
02/03/2026

Guyyaan har'aa ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha - Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) - Guyyaan har'aa Afrikaanotaa fi ummattoota gurraachaa maraaf guyyaa ifni aduu itti baheedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Itiyoophiyaan waraana weerartuu gaarreen Adwaatti daangaa ishee sarbe, birmadummaa fi bilisummaa ummata isheetti bu'e injifachuun seenaa waggoota kuma 3 cichoomsuu dubbatan.

Walkabajuu fi waliin jiraachuu qaroomina addaa fi seenaa kabajaa wareegama dhiigaan kan nuuf dabarsan abbootii keenyaaf kabajatu mala jedhan.

Itiyoophiyaanonni har'a jiraannu biyya abbootiifi haawwan teenya du'anii nuuf tursiisan tokkummaafi jaalalaan jiraachuudhaan itti fufsiisuu qabna.

Isaanirraa barachuudhaan hiyyummaa, qoqqoodamuufi yaada duubatti hafunmaa hi'ii jechuudhaan Itoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisuu qabna.

Yeroon itti Itiyoophiyaan guddaa taatee turte caalaa guddaa itti taatu fagoo miti jedhan.



Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

02/03/2026
02/03/2026
02/03/2026

ዛሬ የምናከብረው የዐድዋ ድል 130ኛ ዓመት የታሪክ ማስታወሻ ብቻ አይደለም፤ የኢትዮጵያውያን የጽናት ጥበብ፣ የአሸናፊነት ተምሳሌትና በመላው ጥቁር ሕዝቦች ልብ ውስጥ የነጻነትን ችቦ የለኮሰ የታላቅነታችን ሕያው ማኅተም ነው!

ጀግኖች አባቶቻችን በደምና በአጥንታቸው የኢትዮጵያን ሉዓላዊነት አጽንተው በነጻነት እንዳቆዩልን ሁሉ፤ እኛም የወደብ አልባነታችንን ቁጭት አጥፈን፣የዛሬው ትውልድ የታሪክ እዳውን ከፍለን፣ በወደብና በሎጅስቲክስ ነጻነት የሀገራችንን ከፍታ እናጸናለን።

02/03/2026
02/03/2026

Address

Harari
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Suudii Yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category