baha biiftuu

baha biiftuu �Ni agartaa
�ni dhageessaa
�ni dubbatta
�ni yaadda
�maalif alahmdulillah dida
�����

Ogummaa jalalaan madaa koo wala'aantee.Eessaniin ol jedha  atuu na sakaaltee.Manan itti galu mukaan ijaaramee.Hirribaaf ...
20/06/2025

Ogummaa jalalaan
madaa koo wala'aantee.
Eessaniin ol jedha
atuu na sakaaltee.
Manan itti galu
mukaan ijaaramee.
Hirribaaf gad ciiseen
yaada keen qabamee.
Xiqqoo akkan rafeen
abjuun dararamee.
Sagalee ol kaaseen
Al tokko si waamee.
Police jaalalaan
marfameen qabamee.
Waanan si jaaladhef
hidhaatin galchamee.
Hidhaa keessattillee
waa'ee kee jeeqamee.
Doctorin na yaaluuf
natti jijjiramee.
Onnee koo kessatti
si qofatu argamee.
❤❤💚💚❤❤
🖋🖋🖋🖋baha biiftuu

Address

Harar
Harar
3200

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when baha biiftuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category