Urji jamal

Urji jamal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Urji jamal, Grocers, Harar.

12/01/2026
09/01/2026

‎Paartiin Badhaadhina Paartii Dhalootattii.

‎Paartiin keenya paartii dhaloota haaraati. Paartii qabsoo fi dhiigaan dhufeedha. Daandiin keenya daandii ida’amuuti, Galmi keenyas Badhaadhina. Kaayyoon keenyas, fedhii fi faayidaa dhalootaa milkeessuudha. Galma yaadne bira qaqqabuu fi mul’ata badhaadhina walootis dhugoomsuudhaaf ilaalchaa fi gochoota naqarsa paartii keenyaa ta'e irraa fagaachuu fi irrattis qabsaa'udhaan galmaan geenya. Kana galmaan ga'uuf ammoo dhaloonni kun gahee qabna.

‎Bu'uurri Paartii keenyaa dhugummaa, jaalala, haqummaa, hammattummaa fi kaayyoodha. Hattuu fi Shirtuuf gurraa fi yeroo osoo hin kennin sirna keenyaf hojjenna waan ta'eef galma ni geenyaa.🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

‎Fillannoon keenyaa yommuu paartii Badhaadhinatti

09/01/2026

"ምሁር ማነው?"
የምሁር መገለጫዎች :-
1.የሀሳብ አክባሪና አፍቃሪ
2. ትልቅ አሰላሳይ እና ብዙ ጠያቂ
3. አንባቢ ፣ ነቃሽ እና ተንታኝ
4. ችግር ፈቺ መፍትሄ አሳሽ

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urji jamal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category