Maatiwoos Taamiruu

Maatiwoos Taamiruu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Maatiwoos Taamiruu, Grocers, Baabboo Gambeel, Harar.

31/03/2026

biyyii lafa Darabaadha

Dubartiin lammii Nigeria Obianuju Anthonia Ibeanu jedhamtuu heerumtee Waggaa 25  booda daa'imman 9 argatte. Hojii Waaqay...
23/10/2023

Dubartiin lammii Nigeria Obianuju Anthonia Ibeanu jedhamtuu heerumtee Waggaa 25 booda daa'imman 9 argatte. Hojii Waaqayyoo dinqiidha!

Hiriyyoonni ishee dhala gaafa argatan isheen garuu, waggaa 25 guutuu dhala dhabdee ture. Kan gadameessa banu Waaqayyoo takkaatti daa'immaan hamma kanaan ishee eebbise.

Dhimmi keenyi waan dagatamee fi kan ture fakkaatus Waaqayyoo yeroo isaatti dinqii godhee nama galataa nu godha. Hiriyyonni keenya waan nu gatanii deeman nutti fakkatus inni dinqii hojjechuun amala isaa ta'e Waaqayyoo duubaa fuudhee ful-dura nu kaa'a.

Ameen🙏😍😍

16/10/2023
16/10/2023
05/10/2023

walittii hin makiin Liiqimsii
✓•Ani Yesuus Isa karaa hundaatin na gargaare maaliniyyu hin geeddaru
✓•Aadaa saba kootiimo hin gatu hin tufadhuus oromoo waan hundaatiin Kan badhaase waaqayyodha!.
✓• wangeellii aada keenya kan Nuu dagachisuu miti.
✓• aadan waaqayyoo wajjiin walittii na buusu kamiyyuu hin kesumeessu
✓• warrii aada callaqisisuuf jettanii wangeela sirressuun barbaaddan dhabadha.
✓•warrii wangeela beekna jettanii osoo hin hubaatin aada Nuu dagachisuuf yaaltaniis dhabbadhaa nurraa
✓•Akkaas yeroon jedhuu Saba bira jibbuu koo miti Saba kamifiyyuu kabajaan qaba.
Garuu of beekun formuulaa hin barbaadu .
✓Of beekanii of ta'anii Jirachuun sabbonummaadha.
🔺Nimoona
Oromiya

13/07/2023

🔺Sammuu Keenyaf Eggannaa Gochuu Qabna.
📢➡️As goori dubbisii darbii osooma arifattuu
Namni fayyaa sammuu qabu Isa maraatee huccuu gate qofaa miti.
✍️Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan ta’eef yeroo hundumaa banaa taasisi.jedhu beektonnii
✍️fkn:Gaafa waan hamaa yaadnu Akka nama Eboo kattaatti darbatuuti.
eboon kattaatti darbatamee kattaa cabsa osoo hin taane ofumasatii dooma kanaaf yeroo waan hama yaadnu,dalagnuu,karoorsinuu,
dhipina garagaraan yeroo cannaqamnu Sammuu keenyatu midhama.
✍️Yaadnnii fooniif miirrii hamaan sammuu keenya dukkannessa.
qooda bilisumma qabu ilaala deemu garbummaa ilaala deema.
✍️Waan darbuuf ykn Bor argannuuf jennee sammuu keenya midhuu hin qabnu.
Sammuu keenyaf Eggannaa gochuu qabna.
✍️sammuun keenya nagaa taanan Nii injiffannaa.nii argannaa Nii milkoofna.
✍️yeroo keessa jiruuf bara keessa jirruu irrattii hojjechuuf sammuu fayyaa qabeessa qabachuutu barbaachisa .
✍️Qaamni ilma namaa diizaayina addaatiin uumame. teknoolojii hin dulloomne, kan yeroon irra hin tarre dizaayinii uumamaati.
✍️Qaamni ilma namaa akka meeshaa teknoolojiin hammayyaa oomishuutti fooyyeffamaa hin deemu; ilmi namaa gaafa dura biyyeerraa uumamus ilmuma namaati.
Kanaaf akkataan uumamu keenya addaadha.kanaaf namnii sammuunsa midhamee waan godhuuf gara ittii adeemu hin beeku.
Jalqaba shakalaa maraatummaa jalqaba.kanaaf ergan koo sammuu keenyaf Eggannaa haa goonu.
👤 Nimoona Taammiruu

13/07/2023

❤️Guddinnii Keenyaa Hammaa Guttummaa kiristoosittii ❣️ ef 3:16-19, Qol 2:2-3 nutii gara isa ifa keenyaa ta'e gara yesuusittii guddachuu qabn.namnii tokkoo kan innii guddinaa jalqabuu gaafa gaara haadhasaa keessattii uumameedha.hojjaa furdina,ulfina,(madaallii)dabaala adeema.
fkn saamu'el mucichii waaqayyoof fi namootarraa ayyaana argachaa namummaadhaan guddachaa ni adeeme.1sam 2:26 yesuus akkuma kana akkaa namaattii guddate luq 2:52.
Waaqayyoo nama yommuu uume.uumama warraa kaan hundumaa irraa adda baasee sammuu kenneefii.kan yaaduu danda'u,kan naannoo isaa foyyeessee ittii gargaaramuu danda'u uume.
kanaaf namni yeroodhaa gara yeroottii naannoo isaa fooyyessee ittii jiraachuudhaaf yaada haaraa dabalachaa bula
Ogummaa fi beekumsi namaa kan iddoo tokko dhaabbatu utuu hin ta'in ,dabalaa ,fooyya'aa ,waan haaraa bira ga'aa kan adeemuudha.namnii ogummaa fi beekumsattii guddachuudhaaf immoo namni ni barata.wal barsiisa.wal irra bara kanaaf namnii waliif waliin bareedaa. wal fayyadaa innii beekuu isa hin beeknee barsiisuuf innii qabu isa hin qabneef qooduun akkumaa sagalee waaqayyo jedhu sibillii sibilaan qaramaa jedha.namniis naman qaramaa .phaawulos nama gamaali'eel jedhamu akkaa bara sanattii barsiisa cima jalattii barate.barumsa dheeraa kan qabu ture HOE 22:3 kiristaannii yeroo hundumaa ni barata .iddoo akkasii ga'ee dhaabbata.kanatu beekumsa isa dhumaatii 'kan jedhamuu hin jiru.
Egaa guddannee waldaakeenya,biyyaa keenya,saba keenyaa,haa guddisnuu.
Guddinnii keenyaa ittii fufaadha❣️
Guddachuuf Yeroo hundumaa akkaa ijollee tahuu qabnaa .sammuun ijoolummaa waan hundumaa baruu barbaada.kan hin beeknee gaafachuuttii fiiguu waan taheef waaqayyummaa kiristoosiifi dhoksaa fayyisuu isaa yeroo tokkoon barannee kan bira geenyuu utuu hin tahiin bultii bultiidhaan hubannattii gara hubannaattii kan ittii guddachaa ,ittii butachaa,ittii bilchaachaa adeemuudha.
Nuutiis guddiinnii keenyaa hammaa guutummaa kiristoosittii.❣️

13/07/2023

Namni namaf qoricha
Qarshiin hin bitamneedha.

Address

Baabboo Gambeel
Harar

Telephone

+251910113061

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maatiwoos Taamiruu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Maatiwoos Taamiruu:

Share

Category