Damee Gizachoo

Damee Gizachoo Kayyoon layyoo mitii

10/02/2026

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo kan warra darban yaadachuuf kabajamuudha. Kan warra jiru walitti fidu, jireenya gaarii jiraachisu, akkasumas, kan dhaloota dhufuuf qananii ta’uudha. Nutis dookimantarii Ayyaana Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, ...

08/02/2026

Kabajamtoota hordoftoota Marsariitii Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa, maxxansa keenya Amajjii 04/2018 isinii maxxansineen Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, Konyaa Boosat, Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajamuu isaa isin bi...

03/02/2026

Dookimantarii keenya har’aa kanaan, miidhaa gamaafi gamanaan walirratti raawwatamaa ture gidduudhaa furuun fayyinni bal’aan taasifamuusaa kan isin biraan geenyu ta’a!

28/01/2026

Sirni Araaraa fi Fayyina gosoota Oromoo ilmaan Tuulamaa (Jiillee) fi Arsii walitti bu’iinsa waliinii jidduutti gamaa gamanaa dhuman qorachuun erga hubatamee booda araarri marsaa xumuraa Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti Giddugala Bahaa Galma Malkaa Qoffee Magaalaa Maqiitti taasifameera...

28/01/2026
23/11/2025

Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Yaa’ii Waliigalaa Idilee 21ffaa isaa Giddugala Giddugaleessaa, Wiirtuu Finfinnee fi Naannawa Finfinnee, Konyaa Buraayyuu, Galma Amantii Waaqeffannaa Malkaa Gafarsaatti Sadaasa 13, Bara 2018 A.L.I. gaggeeffate.

Yaa’ichi koreelee sadarkaa gara garaatti muudamaaf dhiyaatan mirkaneessee jira.

Gabaasa guutuu link 👇 seenudhaan ni argattu.

https://waqefana.com/dhaabbanni-hordoftoota-amantii-waaqeffannaa-yaaii-waliigalaa-idilee-21ffaa-geggeeffate

29/10/2025

Dookimantarii Ayyaana Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Mar. 28ffaa Galma Agamtii! -Milkoofne!Copyright ©2025 Dhaabbata Hordoftoota A...

04/10/2025
29/05/2025Jiradhaa
29/05/2025

29/05/2025
Jiradhaa

Osoo maqaa namaa dhooftuuMaqaa kaan kee dhoqsitaOsoo mana nama deemtuuMana kee onsitaJedhee Jarsii dur
25/11/2024

Osoo maqaa namaa dhooftuu
Maqaa kaan kee dhoqsita
Osoo mana nama deemtuu
Mana kee onsita
Jedhee Jarsii dur

Boossus Kolfitus Jiruun itti fufti,Kanaafuu Ba'aa Gaddaa baattee hin deemin, Jabina jechuun Rakkoofi Yaaddoo Si marse ir...
12/11/2024

Boossus Kolfitus Jiruun itti fufti,
Kanaafuu Ba'aa Gaddaa baattee hin deemin, Jabina jechuun Rakkoofi Yaaddoo Si marse irra ejjattee bira Darbuudha.

Address

Milkii
Gebre Guracha

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Damee Gizachoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category