Sata Gono Communication

Sata Gono Communication Teaching at elementary school

06/12/2025
06/12/2025

Yaa'insi godaansaa baadiyyaa irraa gara magaalaa qofa ta'uu hin qabu. Magaalaa irraa baadiyyaattis ta'uu qaba. Yoo baadiyyaan misoomeedha.

06/12/2025

Misoomniif barnoonni bu'uurarraa jajjabeeffamuu qaba.

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Anaas Jimmaa Faaris, Aamaddiin Shamsu, Ismael Abdulqadir
06/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Anaas Jimmaa Faaris, Aamaddiin Shamsu, Ismael Abdulqadir

29/11/2025

I got over 20 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

Godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa Ganda Saataa Goonootti dargaggootaaf carraan hojii uumameera. Fedhii jaraa irratti hundaa'...
23/11/2025

Godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa Ganda Saataa Goonootti dargaggootaaf carraan hojii uumameera. Fedhii jaraa irratti hundaa'uun woldaan Ijaaramanii akka hojiitti seenan godhameera. Kun waan jajjabeeffamuu qabuudha. Dargaggoota abdii biyyaa ta'an hojiitti galchuun abdii guddaa namatti hora

17/10/2025

Gufuun itti baay'atus mootummaan Badhaadhinaa ni injifata.

17/10/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yahyaa Abdallaa, Jawaade Zakir Jimmaa
16/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yahyaa Abdallaa, Jawaade Zakir Jimmaa

Address

Gattira

Telephone

+251988741996

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sata Gono Communication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sata Gono Communication:

Share

Category