10/09/2025
Dubai dhaquuf Qabeenya abbaakoo gurgusiisee karaa eegale takka akkuma deemeen lafti naan maree kufee olee akkuma akkasaatti bitintiree ka'een karaa Koo eegale akkuma Magaala bareedduutokkoo gahuu waan hunduu natti jijjiirame
Xiqqoo asiif achii ilaaleen maaloodhaa baaddiyyaa oromiyaa keessaan jiraayi ofiin jedheen of gaafachuu jalqabe
Takkaa tureen bitaafi mirgaa koo ilaalee namni lafoo deemuu tokkoollee jedheen ofirra gadi taa'een xiqqoo yaaduu eegaale
Maaliifin mana bahee essaan jiraa essaan deemaa jiraa jedhee osoon of gaafachaa jiruu namichi tokko dhufee arabbiffaan na haasoofsisuu eegaale waanini jedhuu Akka naaf hin gallee hubatee afaan ingiliffaatiin naa haasoofsisuu eegaale sana booda anis just my name is Ms X jedheen wal baruu eegaalleee
Isa booda were are you came jedhe from Ethiopia jedheen hoo I love you Ethiopia Nan jedheen Isa ani jebbee bahee inni immoo jallataamoo namichi jedheen ofitti gumgumee
Hoo she is a best country jedheen calliise
Hoo what can I help you Nan jedheen
I want to job jedheen what kinds of jobs Nan jennaan silumaayyuu hojiin dhabeen biyyaa bahee mitiiree
Any works jedheen
Ok late us go Nan jedheen were jedheen
We are goto my office jedhe
Ok we can jedheen Isa booda yemmuun baannaanuu lakkaa abjuudha