Obsa mohammed

Obsa mohammed Oromoo

13/04/2026

666
Kan warri ka'an amantii jedhee itti amanu nutti muslimnii oll garagalchinee packejii ittiin bitaana.999

21/03/2026

Dhugaa rabbii an duraan gammaduuhuu wallaaleetiin jiraan sehe. Edaa waanuma na gammachiisuun dhabe malee gammaduu niin beeka! Arra gammachuu akka guddittii akka buqqee takkaan qaba. Fuulli kiyya kun cufti gammachuudhaan jeeqamee jira. 😝🤗

20/03/2026

Eid Mubarak taqaabalaalayu mina womin k*m worra baranaa kan bara hedduu nuu tasisuu ramadana keenyaa rabii nuura qeebaluu

baga eidaa geessan

Bara 2018 Filannoo marsaa 7ffaaSagaleen keenya tokkichi biyya keenyaaf 1ffaaFilannoon biyyaaf dimookraasii isa hangafaaL...
13/03/2026

Bara 2018 Filannoo marsaa 7ffaa
Sagaleen keenya tokkichi biyya keenyaaf 1ffaa
Filannoon biyyaaf dimookraasii isa hangafaa
Lammiin Jabaadhaa galmaahaa hin jiruu lammiin 2ffaa
Biyya takka qabnaa hin qabnuu biyya 2ffaa
Kanaafuu filannoon filachuu qofa.

13/03/2026

"Rakkina Jiruu te Jeqe Hiriyota kee jalaa si hanbisu jiru Rabbin sirra ha furu🤲

11/03/2026

Laffa’anii dhabuu
Jireenya agabuu
Rabbiin nurraa haa qabuu. 🥹🤲

Yaarabii obbolewaan kiyya mara ati Naaf milkeesi Aamiiiiiiiiin 🤲🤲
06/03/2026

Yaarabii obbolewaan kiyya mara ati Naaf milkeesi Aamiiiiiiiiin 🤲🤲

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!Injifannoowwan galmaa'an akka itti fufan,abjuun Itoophiyaa badhaate dhugoomsuu ak...
28/02/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!

Injifannoowwan galmaa'an akka itti fufan,abjuun Itoophiyaa badhaate dhugoomsuu akka dhugoomuuf Paartii Badhaadhinaa filachuun gamnummaadha. Paartii Badhaadhinaa Filachuun hirmaannaa filannoo keessatti taasisnuu ol dhimma egeree murteessuuti.

Harargee Bahaa Aanaa qarsaa Bul/ gandaa B/laangeyti Guyyaa Har'aa Sagantaan Ifoomsa Maanifestoo fi Mallattoo Filannoo Paartii Badhaadhinaa Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa Ifoome jiraa.

27/02/2026

Akk*ma Soomana Furreen Rabbiin rakkoo teenya nurra haa furu
Aamiiiiiiin Aamiiiiiiin ♥️

Yaarabii obbolewaan kiyya mara ati Naaf milkeesi Aamiiiiiiiiin 🤲🤲
25/02/2026

Yaarabii obbolewaan kiyya mara ati Naaf milkeesi Aamiiiiiiiiin 🤲🤲

Du'aa'ii Bareedduu Tana Aamiiiin 🤲 Jettuu Malee hin dabrin Rabbiin Siif ha Qeebalu 🤲!!Yaa Rabbi guyyaa arraa, sa'aa amma...
23/02/2026

Du'aa'ii Bareedduu Tana Aamiiiin 🤲 Jettuu Malee hin dabrin Rabbiin Siif ha Qeebalu 🤲!!

Yaa Rabbi guyyaa arraa, sa'aa ammaa kana keessatti Wanni si Kadhannu: -

¶ Gammachuu Nabi ya'aquub gammachiifte.
¶ Furmaata Nabi yusufiif Argamsiifte.
¶ Oobsa Nabi Ayyuubiif kennite.
¶ Dirmachuu Nabi muussaaf Dirmatte .
¶ Jaalala Nabi Muhammad Jaalatte.
Yaa Rabbi Nuuf kenni!

Gammachuu isii booda Gaddi hin jirre,
Durummaa isii booda Miskiinummaan hin dhufne,
Jaalala isii booda Jibbansi hin jirre,
Fayyaa isii booda Dhukkubni hin dhufne,
Argachuu isii booda dhabuun hin dhufne Yaa RABBI nuuf kanni.

Nama "Aaamiin" je'e Cufa Yaa Rabbi Qeebaliif!

Address

Dire
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category