10/03/2026
' jechuun
🌍U — : Beekumsi uummata tajaajiluuf. Sadarkaa dandeettii dhalootaa kan madaalu.
🏳N — : Bakka nagaa fi tasgabbiin itti baratan.
😎I — : Ilaalcha bal’aa fi fageessanii laaluu gabbisa.
⛰️V — (Vision): Mul’ata fagoo qabaachuu nama barsiisa.
🛐E — : Eegumsa aadaa, seenaa fi saayinsii mirkaneessa.
🌎R — (Research): Qorannoo fi qofaan rakkoo hiikuu irratti xiyyeeffata.
🤌S — : Beekumsi jireenya rakkisaa ta'e salphisuuf gargaara.
🎗I — : Kalaqa haaraa uumuu fi addunyaa jijjiiruu.
💻T — : Meeshaa ammayyaa fi beekumsa yeroon gaafatuun badhaadhuu.
🤔Y — : Yaada bilchaataa fi qaroomina uumuu.
f,k,k,fakkatan🙏🙏