Mohammed Hussein Yatane

Mohammed Hussein Yatane Lay your trust in Allaah during difficult times! All praise be to Allaah in every situation . Iyuko my Wife ♥️🫶
Never Give up 💪
2026 GC

 !
20/05/2026

!

Mee maan irraa baranna jara TikTok roota kana irraa?Hayyoonni eessa jiru yeroo kana?Hayii Addunyaa nuuti amma keessa jir...
12/05/2026

Mee maan irraa baranna jara TikTok roota kana irraa?
Hayyoonni eessa jiru yeroo kana?
Hayii Addunyaa nuuti amma keessa jirru tana!!!!

My dear friend, Woyyeessa Ilaalaa Kaffaalaa,This is Mohammed, writing to you with a heart full of gratitude. Throughout ...
03/04/2026

My dear friend, Woyyeessa Ilaalaa Kaffaalaa,

This is Mohammed, writing to you with a heart full of gratitude. Throughout our academic journey, we shared so many moments together—both challenges and joys. We supported and encouraged each other, and I truly believe that our friendship has been a strong foundation for the success we celebrate today.

You have always been patient, strong, and a true friend who stood by my side in every situation. I will never forget how you lifted my spirit when I felt weak, motivated me to keep going, and shared happiness with me in our best moments.

Today, as we graduate from university and return to our families, we are stepping into a new chapter of life. Even though this phase has ended, our memories and friendship will always remain strong.

I sincerely wish you great success in your future career and life. Having a friend like you is a blessing I will always cherish.

Thank you, my dear friend. May God bless you and guide you in every step you take. You will always have my respect, appreciation, and brotherhood.

Your faithful friend,
Mohammed

02/04/2026

Beeksisa📝
ማስታወቂያ🔔

Qorumsi kutaa 12ffaa bara 2018 gosa barnootaa qormaataaf qophaahaniifi kutaa meeqaa hanga meeqaatti akka haammatu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa ifoomse 🙏

Saayinsii Hawwaasaaf
👉 English
👉 Maths
👉 Scholastic Aptitude
👉 Geography
👉 History fi
👉 Economics yoo ta'an

Saayinsii Uumamaan
👉 English
👉 Maths
👉 Scholastic Aptitude
👉 Physics
👉 Chemistry fi
👉 Biology dha

Qabiyyeen isaa kutaa 9ffaa irraa kaasee hanga kutaa 12ffaa kan dabalatu ta'a jedhameera 🙏

GALATA MAATII KOOFJalqaba irratti Rabbii guddaa, na uume, na tiksee fi karaan na qajeelche galateeffachuun jalqaba. Inni...
29/03/2026

GALATA MAATII KOOF
Jalqaba irratti Rabbii guddaa, na uume, na tiksee fi karaan na qajeelche galateeffachuun jalqaba. Inni naaf ta’e hundaaf galanni koo guddaa dha.
Itti aansuudhaan, bu’uura jireenya koo kan ta’an maatii koo jaallatamoo—
Abbaa kiyya Huseen Yaatanee fi Haadha tiyya Raadiyaa Kulaa—galateeffachuu koo ibsuun barbaada.
Isin anaaf fakkeenya jireenyaa, madda jabinaa fi bu’uura milkaa’inaa koo ti.
Jaalala dhugaa, obsa guddaa fi gorsa ogummaa qabuun na guddisuun keessan waan ani yeroo hunda yaadadhu dha.
Yeroo ani kufu na kaastan, yeroo ani dadhabu na jajjabeessitan, yeroo ani abdii kutu immoo abdii naaf deebistan.

Galatoomaa Ulfaadhaa jechuun barbaada 🙏

 !..............................Oolmaa Eebba kiyyaa maatii kiyya woliin!Baga adoo jirtanuu Rabbiin gammada ilma keetii i...
28/03/2026

!..............................
Oolmaa Eebba kiyyaa maatii kiyya woliin!
Baga adoo jirtanuu Rabbiin gammada ilma keetii isin dhaggisiise!
Galanni kan Rabbiiti.

28/03/2026

Address

West Guji Bule Hora
Bule Hora

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Hussein Yatane posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammed Hussein Yatane:

Share