Wajjira bulchiinsa Ganda Woyisoo Qancaraa

Wajjira bulchiinsa Ganda Woyisoo Qancaraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wajjira bulchiinsa Ganda Woyisoo Qancaraa, Grocers, Baatuu, Bulbula.

23/02/2026
Baatuu Ammajji 11,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Ganda woyisoo Qancaraatti dandee...
19/01/2026

Baatuu Ammajji 11,2018(ATJKC)Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Ganda woyisoo Qancaraatti dandeetti raawwachisummaa cimsuuf Milishootaaf Leenjiin kennama jira.

Yeroo gara yerootti dandeetti raawwachiisummaa milishoota cimsuuf leenjiin garagaraa sadarkaa adda adddaatti kennama jiraachuun beekamadhaa.

Bu'uuruma kanaan Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Ganda woyiso Qancaraatti dandeetti raawwachiisummaa cimsuuf leenjiin milishootaaf kennama jira.

Baatuu Ammajjii 10,2018(WPBAATJK)_Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Kilaastera Adaamii Tuulluu ...
18/01/2026

Baatuu Ammajjii 10,2018(WPBAATJK)_Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Kilaastera Adaamii Tuulluu Ganda W.Qancaraa tti Sirni deegarsa fi horddooffi hojiilee hundaa bakka itti gaafatamaan Ijarsa paartii argamanitti geggeeffame.

Address

Baatuu
Bulbula

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wajjira bulchiinsa Ganda Woyisoo Qancaraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category