Aduu Qajeelinaa

Aduu Qajeelinaa Barbaachisummaa kee Jireenya nama tokkoo keessatti gonkumaa dirqisiisin!

HBD to Tesfaye ❤️
21/04/2026

HBD to Tesfaye ❤️

19/04/2026

Achumaan isaan immoo

19/04/2026

Kaan Lafee Liqimsaa
Nuun Marqaan nu hudha keenya kun Maal laata? Jedhe

13/04/2026

Dev

11/04/2026
11/04/2026

Akka Guyyaa Dhumaattin jiraadha Harra

07/04/2026

Faarfataa Eebbifamaa kana
waaqayyo si haa Eebbisu

Ameen
07/04/2026

Ameen

 🙏Waldaan Kiristiyaanaa   Far,  'f Qarshii Kuma 400k Arjooman, mee nama kanaan maaluma jennaa dhugaa...🤌♥️Ilaa...🔥 Baati...
25/03/2026

🙏
Waldaan Kiristiyaanaa Far, 'f Qarshii Kuma 400k Arjooman, mee nama kanaan maaluma jennaa dhugaa...🤌♥️
Ilaa...🔥
Baatii 2 keessatti qarshii miliyoona 1,700,000!

➡️Yeroo Darbe Qarshii Kuma 700k Faarfataa ,
➡️Qarshii Kuma 500k ATIS NAMA Foundation 'f
➡️ Faarfataa , Qarshii kuma 400k
➡️Mucaa dhukkubsatee tibbana Obboleessi Keenya waliin tureef Qarshii Kuma 100k kenneera.
700k +500k +400k +100k =1,700M dha
Kun hunduu turtii Ji’a lama hin guutne gidduutti dha.

Isa uummata rakkateefi birmaataa turaniin alatti kan turtii yeroo gabaabduu kanaa qofadha.
Kadhachuu fi barsiisuun alattillee hojii gaarummaa akkasiitu fakkeenya...!🥰
Guungummii fi jechoota namoota baay'eef deebiin isaa hojiidhaan mul'ata bar! Raajota Dunkaana (sharaa) diriirsanii callisaniima qarshii Saba Waaqayyoo harkaa saamaa oolanii galaniif fakkeenya guddaadha, Nama Waaqayyoof hojjettu, akkasuma nama namaaf hojjetu jechuun isa kana.🥰🙏

Raajii nama eebbifamaa! Isin jaallanna♥️🙏

24/03/2026

🙏🙏🙏🙏

Address

Finfinnee
Bole

Telephone

+251969462140

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aduu Qajeelinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share