Waajjira Daldalaa Aanaa Gumbichuu

Waajjira Daldalaa Aanaa Gumbichuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Daldalaa Aanaa Gumbichuu, Farmers market, Cheffe Donsa, Awash (2).

18/01/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kado Genacho, Nigaatuu Girmaa

Oolmaan gabaa Guyyaa 23-05-2016 Gati giddu galeessan qonnan bulaan midhaan isaa gurguraa oole kan Aanaa Gumbichuu magala...
02/02/2024

Oolmaan gabaa Guyyaa 23-05-2016 Gati giddu galeessan qonnan bulaan midhaan isaa gurguraa oole kan Aanaa Gumbichuu magalaa Cafee Donsaa.
Xaafii Adii kunt tokko Qr.12000 -12500
Xaafii Dimaa kunt tokko Qr.10250 - 10375
Xaafii Walmakaa kunt tokko Qr.10600 - 10700.
Qamadii Dabboo kunt tokko Qr.5500-5650.
Qamadii paastaa kunt tokko Qr.5875-6000.
Shumburaa Adii kunt tokko Qr.6000-6250.
Shumburaa Dimaa kunt tokko Qr.4500-4625.
Shunkurtii Adii kg tokko Qr.150-200.
Shunkurtii Dimaa kg tokko Qr.150-160.
Timaatima kg tokko Qr.80-90.
Qariyaa kg tokko Qr.120-150.
Raafu maraa kg tokko Qr.35-40.

Address

Cheffe Donsa
Awash (2)

Telephone

+251937952441

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Daldalaa Aanaa Gumbichuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category