22/06/2026
๐ ? ๐๐บ๐บ??๐บ
โ
'ee fi Qoricha Qalbii โจ๐บ๐บ
๐ดAssalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuh! ๐๏ธ๐ช
๐ดDargaggoo ko! Guyyaatti siโa shan (5) wadaajjiif Rabbii kee dura dhaabbatta. Garuu gaaffii guddaa kana of gaafattee beektaa? ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ????๐คฒ
๐ " ani salaataa jiru kun dhugumatti naaf fudhatamaa jiraa?"
๐ " salaanni koo qalbii tiyya hin jijjiirre? Maaliif yaaddoo fi dhiphina narraa hin dhowwine?"
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
๐ท akka nurraa qeebbalamuuf ulaagaalee fi dandeettii gurguddoo dhihaatan qabaachuu qabna. Isaanis Qurโaanaa fi Haddiisa keessatti akkana ifa taโanii jiru:
โโโโโโโโโโ๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
1. ๐ (Niyyaa Qulqulluu): Rabbiif Qofa Salaatama!
๐ด kee akka fudhatamuuf, hojiin kee dharraa arguu namaa (Riyaaโa) fi faayidaa dunyaa irraa qulqulluu taโee, Niyyaan kee Rabbii tokkicha qofaaf taโuu qaba.
โข 'aanaa:
๏ดฟููู
ูุง ุฃูู
ูุฑููุง ุฅููููุง ููููุนูุจูุฏููุง ุงูููููู ู
ูุฎูููุตูููู ูููู ุงูุฏููููู ุญูููููุงุกู๏ดพ [ุงูุจููุฉ: ูฅ]
๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐๐๐
๐คฒ๐คฒ : "Waan amantii Isaa qofaaf qulqulleessanii, haqatti daddabalan taโanii, Rabbiin bituuf (gabbaruuf) malee hin ajajamne." (Suuraa Al-Bayyinah: 5)
โโโโโโโโโโ๐ณ๏ธโ
๐๐งญ2. ๐ฃ 'AH (Hordoffii Rasuulaa SAW): Akkuma Isaanitti Salaatuu!
๐บ keenya akka fedha keenyaatti otoo hin taane, akkuma Ergamaan Rabbii (SAW) nu barsiisanitti raawwatamuu qaba. Rukuuโa, Sujooda, fi tasgabbii isaa sirriitti eeguun dirqama.
โค๏ธโข Rasuulaa (SAW):
ุนููู ู
ูุงูููู ุจููู ุงููุญูููููุฑูุซู ููุงูู: ููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตููููู ุงูููููู ุนููููููู ููุณููููู
ู: "ุตูููููุง ููู
ูุง ุฑูุฃูููุชูู
ููููู ุฃูุตููููู." [ุฑูุงู ุงูุจุฎุงุฑู]
๐ด : Malik ibn Al-Huwayrith irraa odeeffamee ni jedhe: Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: "Salaata akkuma anaa salaatu argitanii (anarraa barattanii) salaataa." (Bukhaarii)
โโโโโโโโโโ๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
3. โค๏ธ๐ง ' (Gadi Of Qabuu fi Focus): Sammuun Asitti Hafee! โ jechuun yeroo salaattu sammuun kee jireenya dunyaa, bilbila, fi yaaddoo keessa deemuu dhiisee, Rabbii kee isa si laalaa jiru duratti onnee fi qaamaan gadi of qabuudha.
โข Qur'aanaa:๐ด๐ด๐บ๐
๏ดฟููุฏู ุฃูููููุญู ุงููู
ูุคูู
ูููููู * ุงูููุฐูููู ููู
ู ููู ุตูููุงุชูููู
ู ุฎูุงุดูุนูููู๏ดพ [ุงูู
ุคู
ููู: ูก-ูข]
๐Hiikkaa: "Dhugumatti muโuminoonni milkaaโaniiru. Warra salaata isaanii keessatti gadi of qaban (Khushu' qaban)." (Suuraa Al-Mu'minun: 1-2)
โโโโโโโโโโ๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ฅ๐ฅ๐ฅ
4. ๐ง ๐ด (Qulqullina): Wuduโa Qulqulluu Qabaachuu!
Wuduโa sirriitti, otoo hin jarjarin gochuun, uffanni fi bakki salaataa haraamaa fi xurii irraa qulqulluu taโuun buโuura salaataati.
โข (SAW):
ุนููู ุนูุจูุฏู ุงูููููู ุจููู ุนูู
ูุฑู ููุงูู: ููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตููููู ุงูููููู ุนููููููู ููุณููููู
ู: "ููุง ููููุจููู ุงูููููู ุตูููุงุฉู ุจูุบูููุฑู ุทููููุฑู." [ุฑูุงู ู
ุณูู
]
: Abdullaah ibn Umar irraa odeeffamee ni jedhe: Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: "Rabbiin salaata qulqullina (Taharah/Wudu'a) malee jirtu hin fudhatu." (Muslim)
โโโโโโโโโโ๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
๐ GORSA MAAYILA KEEF: "Hanna Salaataa" Irraa Of Eegi!
(SAW) namicha otoo tasgabbii hin qabaatin, akka indaaqqoo midhaan okkoltutti jarjaree rukuuโa fi sujooda buโu gabaasanii, "Hattuun irra caalaa hamaan, nama salaata isaa irraa hatudha" jedhan. (Ahmad)
โข 'i.
โข 'a kee gadi fageessi, Sujooda kee keessatti du'aa'ii baay'isi.
โข 'a irraa yeroo ol jettu sirriitti dhaabbadhu (Itidaal eegi).
โโโโโโโโโโโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
๐๐ฏ HAR'AATIEF DAAWWITIIN MAALI?๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
ko! Guyyaatti sa'aatii 24 qabda. Salaanni shanani hundi walitti sa'aatii tokko (1) sitti hin fudhatu. Maaliif sa'aatii tokko kana jireenya duniyaaf jettee sammuu dhabsiista?
โข adhaanni (Azanni) godhamu hojii kee dhiisi.
โข kee "Silence" godhii fageessi.
โข 'a kee irratti tasgabbaa'i.??๐ฑ๐๐๐ฒ๏ธ
โข nyaata halaal ta'e eeggadhu, sababni isaa nyaatni haraamaa hojii fi du'aa'ii dhowwa.
ol-aanaan salaata keenya kan isaa qofaaf qulqullaa'e, kan khushu' qabu, kan nurraa qeebbalamu nuuf haa godhu! ๐คฒ๐ด๐ช๐ท๐บโค๏ธโ๏ธโ
๐
# โจ๐๐๏ธ
Barr .โ๏ธโ๏ธMisba Ame