28/04/2025
Jirma furdatanii firii gaarii dhabuu
Firii qabaatanii jirma qallaan cabuu
Beekaa fakkaatanii wallaalummaan boonuu
Dhugaa fakkeessanii sobaan saba dhibuu
Rabbuma kadhanna rabbi nurraa haa qabuu