Tasfaye Belay

Tasfaye Belay Jireenyis Isaa Turee Jireenyicis Ifa Namoota Turee!

24/05/2026
23/05/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Fayisa Imana, Leta Legesse, Abdii Biyyaa Abba Dafarii, Jaal Caalaa Sabaa, Ibrahim M Guracha, Abdii Saba, Rais Jihad, Sh*too Tarikuu Gammachuu, Loko Wario, Derartu Adisu, Gammee Jamaal, Koketi Gaboo

 !?🥹Baay'ee Nama gaddisiisa 😭 😭Hinseenee Tafarii jedhamti. Jiraattu Magaala Naqamtee Yoo taatu, Koollejjii 'New Generati...
18/05/2026

!?🥹
Baay'ee Nama gaddisiisa 😭 😭

Hinseenee Tafarii jedhamti. Jiraattu Magaala Naqamtee Yoo taatu, Koollejjii 'New Generation' tti Barattuu Wagga 4ffaa muummee Fayyaa Bsc Nursing ti.

Guyyaa har'aa lubbuu ishee of balleessite jirti🥹
Akkan odeeffadhetti Sababa kaffaltiin Mana barumsaa Qarshii Kuma Kudha Shan (15K) isheerratti hafee jiruuf, Namni kaffaltii hin raawwanne Immoo qormaata 'Exit Exam' qoramuu waan hin dandeenyeef, hiriyyoota ishee biraa hafuun Abdii ishee kutachiisee Lubbuusheetti Akka murteessiten dhaga'e 💔

Agartee ?
Namoota rakkatanii Abdii kutatan Kan gara Miidiyaa kanatti fidnuuf, Qarshii Bunaa Yoo walitti buusne lubbuu dhaloota hedduu baraaru dandeenya.
Namoota Abdii kutatan Kan gara Miidiyaa Hawaasatti fidnuuf Kaayyoo guddaan Waan xiqqoo bu'aa hin qabne Yoo baay'annee walitti buusne lubbuu Nama tokkoo oolchuu danda'a jennee waan amannuufi.

Namootni Miidiyaa kanarratti Nama Nama Abdii kuteef Qarshii 1 irraa jalqabdanii Waan dandeessan gumaachitan akka lubbuu Namaa baraartan beekaa.

Baay'ee Kan na gaddisiisa Qarshii Sooressi tokko ittiin Shayii dhugu dhabdee of ajjeesuu Obboleettii Keenya kanaati 💔💔😭
✍️ Araarsaa Jabeessaa

16/05/2026

“nama ogeessa gorsi, inni caalaa ogeessa in ta'a; nama qajeelaa barsiisi, innis beekumsa in baay'ifata.” Fak. 9:9🙏🙏🙏.

Boom 💥 ‼️Ijoollettiin warri   sun hin danda'amne, hin danda'amanis💪Kunoo guyyaa har'aas bakkuma hojii isaaniitti, erga m...
13/05/2026

Boom 💥 ‼️
Ijoollettiin warri sun hin danda'amne, hin danda'amanis💪

Kunoo guyyaa har'aas bakkuma hojii isaaniitti, erga mana Adabaatii bahanii booda Faarsaa faarfachuu fi Video isaanii waraabuutti ka'aniiri,🙄 Sanuu isa duraa caalaatti gurmuu isaanii baay'ifachuun, faarsaa "Herreega jaalalaatiin ofitti na qabee" isa jedhuun shaa nuuf godhaniiru...beqqaa maalin isinitti himaa mitii, baay'eema tokko natti tolanii jedheem...
🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️

Ebbaa Kitaabaa Gola Seenaa Barreessaa Qaxaallee Dar.Geetuu Dajaneen Barreeffamee Gafaa9|9|2018 Waan Ebbiiffaamuuf Akka I...
13/05/2026

Ebbaa Kitaabaa Gola Seenaa
Barreessaa Qaxaallee Dar.Geetuu Dajaneen Barreeffamee Gafaa9|9|2018 Waan Ebbiiffaamuuf Akka Irratti Hirmataan Siniin Jenaa!Gaalatoma!🙏

Namni     kun hin danda'amne beqqaa.Mana sirreessaa Magaalaa   (ziwaay) tti sirreeffamtoota seeraaf lallaba Wangeelaa ta...
13/05/2026

Namni kun hin danda'amne beqqaa.
Mana sirreessaa Magaalaa (ziwaay) tti sirreeffamtoota seeraaf lallaba Wangeelaa taasifameen baay'een gooftaa tti amananiiru!

Yesuus Gooftaa dha🙏
Wangeelli eessattiyyuu Mo'aa dha💪✅️😍

❤️❤️❤️🙏🙏🙏

13/05/2026

“Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru.” Yoh. 1:3🙏🙏🙏

Address

Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tasfaye Belay posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category