05/04/2026
ይሳተፉ፤ ይሸለሙ!
የትንሳኤ በዓል ምክንያት በማድረግ በልዩ የማህበራዊ ሚዲያ ጥያቄና መልስ ውድድር ልንሸልምዎ ነው፡፡
ነገ ጠዋት 2፡00 ላይ በፌስቡክ ገፃችን https://web.facebook.com/siketbank ይጠብቁን፤ ለጓደኞቻቹም ሼር አድርጉ፡፡
ስኬት ባንክ የስኬትዎ መሰረት!
Hirmaadhaa, Badhaafamaa!
Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun gaaffii fi deebii karaa miidiyaalee hawaasaa keenyaan qopheessinee isin badhaasuuf jenna.
Bori ganama sa’aatii 2:00tti karaa fuula Feesibuukii keenyaan https://web.facebook.com/siketbank nu eegaa, hiriyoota keessaniifis ‘SHARE’ godhaa!
Baankii Sikkeet Bu’uura Milkaa’ina Keessanii!