Ustaaz Qamar Huseen

Ustaaz Qamar Huseen وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ.

"He who calls to Allah and does good deeds and says, ""I am a Muslim."""

16/04/2026
Maashaa allaah tabaarakallaah As wa wa muslimoonni wollaggaa  Baay'inna qofa osoo hin ta'in  jajjabinniif quuqamini diin...
13/04/2026

Maashaa allaah
tabaarakallaah
As wa wa
muslimoonni wollaggaa
Baay'inna qofa osoo hin ta'in jajjabinniif quuqamini diiniidhan qaban kan hamilee guddaa namatti horuudha.

Gaafii :-
Mee isin maaltu akkas isaan jabeesse jettanii yaaddu ?

Gammachuun aalimaa gammachuu keenna jettuu moo ? akkam ?
12/04/2026

Gammachuun aalimaa gammachuu keenna jettuu moo ? akkam ?

As wa wa Konkolaataa aalimaa bituun hiikkaa guddaa qaba. diinii ofii ol qabuu, aalimman risaalaa rabbii baadhatanii deem...
12/04/2026

As wa wa
Konkolaataa aalimaa bituun hiikkaa guddaa qaba.
diinii ofii ol qabuu, aalimman risaalaa rabbii baadhatanii deeman kabajuuf kan birolleee ufi keessaa qaba.

Hayyooniif doktaroonnii aalimoonni guyyaa hardhaa asitti argaman keessaa kan akka:-

Do jaaylaan kadiir, Do mahmuud huseen, Do abidulaziiz ibiraahim,
Abidallaa kadiir ustaaz badiruu huseen,ustaaz muhammad abaataa، ustaaz sufiyaan usmaan, ustaaz musxafaa huseen, ustaaz xaalibuu ridallaah, etc ulfinna kana irratti kalattiin kan argaman keessaayii hundaanuu galatoomaa ulfaadhaa jechaa.

keessattuu bulchaan godina arsii lixaa obboo ahmad haajii milkaayina kanaaf bu'uura buusuu irraa jal qabee hanga guyyaa kanaatti shoora guddaa kan mallaaqaan hin shallagamine taphachuudhan seena guddaa rirmi hin nyaanne ummata aanaa hasaasa wojji galmeesseera.
Rabbii jazaa isaanii jannataan haa kafalu jechaa
wolumaa galatti hirmaattonnii guyyaa hardhaa toltuu kana irratti argamitan hundi keessanuu galatooma ulfaadha horaa bulaa jenneera.
Wa sa wa

12/04/2026

Guyaa hardhaa go/A/L/Aanaa asaasaatti gammacuu guddaa irra oolle rabbi nurraa haa qeebalu.

07/04/2026

يارب نصرك

Nami kun hanga nu  beennutti nama jiruun ganda lamaaniitu galteef nama duniyaaf aangoo qofaaf jiraataa turee osoo hin ta...
06/04/2026

Nami kun hanga nu beennutti nama jiruun ganda lamaaniitu galteef nama duniyaaf aangoo qofaaf jiraataa turee osoo hin ta'ini diinii isaatiif diinii ufiitiin namoota diiniif sochoan hundaa hanga dan'dauuf waan danda'u hunda osoo ufi hin qusatin sodaa takka malee dhugaa cinaa dhabataa turee.
Kanaaf akkuma nabi,mu,s,a,w jedhan isin dachii tana irratti ragaa woliiti jedhan nutis dhugaa isa irraa beennuu dubbanneef.
Rabbi dilii isaa isaa araaramee teessoo isaa jannatal-firdoosi haa taasisuu jedhaa hundi keessanuu du'aaii kadhaaf jennee dhaamisa obbolummaa aakiraa toora kanarra dabarsina.

Rabbii dilii isaa araaramee jannatal firdoosiin haa badhaasuun .

26/03/2026

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ustaaz Qamar Huseen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share