4 Qalo

4 Qalo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 4 Qalo, Grocers, Addis Ababa.

17/09/2025
14/09/2025

Hello my friend 🧑

14/09/2025

dhiirota hin fuudhin jiran qofaaf
πŸ‘‡
1. Durba ollaa keetii hin fuudhin. Sababni isaa akka itti reebdu hin qabdu, gaafa ati reebuuf jettee dullaa fudhattu utuu ati hin rukutin iyyiti maatiin ishees dhagaa'anii fiigaa dhufu.

2. Durba baay'ee bareeddu hin fuudhin. Sababni isaa dhiirri boloqqeen tokko tokko jirti kan mana dudduuba si naannooftu.

3. Durba yemmuu haasoftu akka xaaxee misingaa xaxxaaxoftu hin fuudhin. Sababni isaa akkuma itti TV ilaaltee dhaggeeffattu hin qabdu.

4. Intala maatiin isaanii baay'ee sooreessa ta'an hin fuudhin. Sababni isaa hojii hin beektu hojjettuu nuuf qaxari siin jetti, Yoo hojjettuu fiddeef immoo walitti isin shakkitee anamoo ishee fuute siin jechuu jalqabdi.

5. Durba borcii qabdu hin fuudhin. Sababni isaa, Utuu ati akka isheen ulfa taate hin beekin deessi, mucaan kun kan koo miti ittiin jechuu jalqabda!...

Wantoota Milkaa'ina Namaa Danqan:1. SπŽπƒπ€π€: Sodaan carraa lafa jirutti akka hin fayyadamne si dhorka.2. 𝐖𝐀𝐋𝐋𝐀𝐀𝐋𝐀: Wallaal...
10/09/2025

Wantoota Milkaa'ina Namaa Danqan:

1. SπŽπƒπ€π€: Sodaan carraa lafa jirutti akka hin fayyadamne si dhorka.

2. 𝐖𝐀𝐋𝐋𝐀𝐀𝐋𝐀: Wallaalummaan murtoo gaarii akka hin murteessine si godha.

3. π€π€π‘πˆπˆ: Aariin wantoota sirritti madaaltee akka hin tarkaanfanne si danqa.

4. π‡πˆππ€π€π…π…π€π€: Hinaaffaan of guddisuu irratti akka hin xiyyeeffanne si dhoorka.

5. πŽπ… π“π”π”π‹π”πŒπŒπ€π€: Namoota biroo irraa akka hin baranne si dhorka.

6. π’π‡π€πŠπŠπˆπˆ: Shakkiin of amanuu fi abjuu kee milkeessuuf bu'aa ba'ii jiru akka hin argine si godha.

7. π‰πˆπππ€: Jibbi nama fooyya'aa akka hin taane si godha.

8. πƒπ‡πˆπˆπ…π€πŒπ€π€π… ππ€πŠπŠπ€ 𝐃𝐇𝐀𝐁𝐔𝐔: Nama bilisaa taatee akka hin jiraanne si dhorka.

9. π’πŽππ€: Sobni namoonni akka sitti hin amanne si godha.
10. B𝐎𝐎𝐍UU: Boonuun dogoggora kee akka hin arginee fi irraa akka hin baranne si dhork𝐚.

Culetii Intala Booranaa

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 4 Qalo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category