Jalallaa143

Jalallaa143 Tajaajjilotaa bekssisa Addaa adda kafaltin hin hojana

16/02/2026

Dhaloota Dhaalchisuuf
Dachee bilisoomte
Oromiyaa ijaaruuf
Ofiif haarsa taate

Laggasaa ilma wagii
Sanyii taadde birruu
Nus kaayyoo kee kalee
Hin sharafnu hin hirruu

Dhaloonni ati kalee
Agarsiiste karaa
Qawwee kee kaaseetu
Ittiin diina qalaa

Goota ija barbbadaati
Dhugaarra yoom maqee
Leenca saafellaati
Biyyoot gadi qabee

Hin duune Ni jirta
Oromoo hunda keessaa
Hudatu si waamee
Geeraree si faarsa


05/08/2025

Address

Addis Ababa

Telephone

+251934004071

Website

https://www.tiktok.Abdex_jems71.com/

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jalallaa143 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jalallaa143:

Share

Category