18/09/2025
Namani An jaldhuu turee
Garuu malin godhaa
Hin milkofne
Nii hamilee wan bayee
Garuu hin milkofne
Ni yadee qiyazamalee
Garuu hin milkofne
Wa maraa calaa fayyaa Qabachuu koo
Wani caluu hin jiruu
Alhamdulila
Fayyaa qaba
Ija
Harkaa milaa
Nimaa meqa naf kenitee yaa rabbii kiyaa
😍💔💔💔🙏🙏