Sanyii Warra Abbichuu

Sanyii Warra Abbichuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sanyii Warra Abbichuu, Grocers, Addis Ababa.

05/04/2026
15/01/2026
13/01/2026

Haqummaa, Qulqullinaafi sirna barnootaa sirrummaa qabu Mirkaneessuu!

Paartiin Badhaadhinaa, dhaloota dorgomaa fi beekumsaan Qaroome uumuuf hojiilee bu’uuraa hedduu raawwachaa jira. Kaayyoon keenya inni guddaan sirna barnootaa qulqullina, haqummaa fi hammattummaa qabu mirkaneessuudha.

Xiyyeeffannoowwan Keenya:-

✅Qaqqabummaa fi Haqummaa: Naannowwaan biyyattii hunda keessatti barnoonni haala wal-qixa ta’een akka Qaqqabamaa ta'u hojjachuu.

✅Qulqullina Mirkaneessuu: Sirna barnootaa gahumsa qabuun dhaloota ogummaa fi saayinsiin badhaadhe ijaaruu.

✅Barnoota Idilee: Barnoonni idilee guutummaa guutuutti bakka hunda qaqqabee lammii hunda bira akka gahu xiyyeeffannoo addaa kenninee ni hojjenna.

Dhaloota boru biyya ijaaru uumuuf, barnoonni filannoo osoo hin taane bu’uura badhaadhina keenyaati!

09/01/2026
03/01/2026

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sanyii Warra Abbichuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category