Paartii dhaloota

Paartii dhaloota Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Paartii dhaloota, Grocers, Deder, Addis Ababa.

Abjuu Dhugoome!!
26/08/2024

Abjuu Dhugoome!!

26/08/2024
26/08/2024

Tajaajila lammummaa furtuu rakkoo hawaasummaa!
*********
Duudhaa ganamaa utubaa waloomaa fi bu’uura waliin jireenya ummataa ta’an cimsuudhaan rakkoolee hawaasummaa hirmaannaaf tumsa Lammii hundaatiin furuudhaaf hojiin tajaajila lammummaa itti fufiinsaan raawwatamaa jira.

Tajaajilli lammummaa aadaa wal gargaaruu fi waliin dhaabbachuu duraan ture bakkatti deebisuun tokkummaa uummataa cimsaa qehee maatii hedduus gammachuudhaan dabaaluu irratti argama.

Qaama hojii tajaajila lammummaa kan ta’e sosochiin mata duree "Meeshaa barnoota daa'immanii arjoomuun dirqama lammumma haa baanu" jedhuun daa’imman harka qalleeyyiidhaaf meeshaalee barnootaa sassaabuu kaayyeffate qophaa’uu Biiroon Dhimma Dubartootaaf Daa’immanii Oromiyaa ibseera.

Hooggantuun Biiroo Dhimma Dubartootaafi Daa'immaanii Oromiyaa Aadde Maabraat Baacaa ibsa miidiyaaleef kennaniin guyyaa har'aa irraa eegalee guyyaa kudhaniif turuun barattoota harka qalleeyyii miliyoona 2.6 deggeruuf karoorsanii xiyyeeffannoo olaanaan hojjachaa jiraachuu himaniiru.

Lammiin hunduu hojii eebbifamaa kana irratti qooda fudhachuun gahee lammummaa akka bahatus dhaamsa dabarsaniiru.

26/08/2024
26/08/2024

ብልፅግና የመደመር ውጤት ነው!
መደመር መንገዳችን ብልፅግና መዳረሻችን ስንል ዋናው አላማችን ኢትዮጵያ ባለፉት አመታት ያስመዘገበቻቸውን የፖለቲካና ሁለንተናዊ ድሎችን ጠብቆ ማስፋት የተሰሩ ስህተቶችን ደግሞ በማረም ለቀጣይ ትውልድ ጥቅምና ፍላጎት ማሳካት ነው!

በመደመር መንገድ እየተጓዝን ያለነው ወደ ብልፅግና ለመድረስ ነው። ከፊት ለኢትዮጵያ እና ለህዝቦቿ የእድገት፣ የብርሃን፣ የልምላሜ እና የከፍታ ዘመን እየመጣ ነው!!
ከጨለማ ወጥተን ብሩህ የሆነውን ብርሃን ማየት የጋራ ህልማችን በመሆኑ በመደመር እሳቤ ወደ ብልፅግና ጎዳና በህብረት መጓዝ ይጠበቅብናል፡፡

26/08/2024
25/08/2024

Address

Deder
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Paartii dhaloota posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category