20/09/2026
Dinqii Shanee🤮
Shaneen, Faanoofi TPLF waliin hiriiruun sirna ati dhaloota wareegdee awwaalte boollaa baasuuf qophii ta’uu isaanii ifatti mul’isan. Humnoonni Oromoo fi Oromummaa dhabamsiisuuf gamtooman jedhaman har’a fuula isaanii ifatti mul’isan.